Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Saqqaa Coqorsaatti pirojaktiin bishaanii dhugaatii Birrii miiliyoona 93n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti pirojaktiin bishaanii dhugaatii Birrii miiliyoona 93’n ijaarame eebbifameera.
Pirojaktichi waggaa 2’n dura…
Humni Galaanaa Ityoophiyaa miseensota humna galaanaa ogummaa adda addaan leenji’an eebbise
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Humni Galaanaa Ityoophiyaa miseensota humna galaanaa ogummaa adda addaan leenjii bu’uuraa leenji’an eebbisiiseera.
Leenjitoonni kunneen ogummaa…
Ayyaana Idal Adahaa sababeeffachuun Madfiin si’a 9 dhukaafamaa-Ministeericha
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Ayyaana Idal Adahaa sababeeffachuun boruu ganama Madfiin si’a sagala akka dhukaafamu ibsame.
Ministeerrii Raayyaa Ittisa Biyyaa Ibsa FBC'f ergeen,…
Dhaabbanni Walta’iinsaa Barnootaa Idil Addunya yaa’ii addaa jalqabaa Ityoophiyaatti gaggeessu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Walta’iisaa Barnootaa Idil Addunyaa yaa’ii addaa isaa jalqabaa har’aa Finfinneetti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Ittaanaa Muummee…
Shaggaritti pirojektoonni 342 Birri biiliyoona 6 oliin ijaaraman ni eebbifamu-B/Magaalicha
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Shagaritti pirojektoota garaagaraa 458 xumuramuun tajaajilaaf qaqqabuu Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Bidiruuwwan saffisoo waraanaa daawwataan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Itaamaajooriin Humna Waraanaa waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Bidiruuwwan Saffisoo waraanaa Giddu Galli Suphaa Aviyeeshinii Humna…
Ityoophiyaanonni biyya alaa jiraatan marii biyyaalessaarratti dammaqinaan akka hirmaatan waamichi…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Koomishiniin Marii Biyyaalessaa lammiilee fi dhalattootaa Ityoophiyaa biyya alaa jiraatan marii biyyaalessarratti dammaqinaan akka hirmaatan waamicha…
Godina Iluu Abbaa Booritti pirojektoonni bu’uuraalee misoomaa 464 Birrii biiliyoona 1 fi miil…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booritti bara kana pirojektoonni bu'uuraalee misoomaa 464 Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 63 Aanaalee Godinichaa keessatti…
Dooktar Fitsum Asaffaan Miseensota Mana Maree Daldalaa Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Miseensota Mana Maree Daldalaa Faransaay waliin mari’ataniiru.
Dooktar Fitsum, garee jilaa…
Hawaasni musiliimaa ayyaana Arafaa wayita kabaju tokkummaa fi walgargaaruun ta’uu qaba’-…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Hawaasni musiliimaa ayyaana Arafaa wayita kabaju tokkummaa fi walgargaaruun kabajuu akka qabu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota…