Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi bu’aa yeroo murtee ummataa Godina Walaayittaa ifoomse
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aa yeroo murtee ummataa irraa deebiin Godina Walaayittaatti gaggeeffame sadarkaa godinaatti ifoomseera.
Boordichi…
MM Abiy Pireezidaanti Maakroon biyyoota Afrikaa deeggaruuf eeyyamamaa ta’uu isaaniif galateeffatan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantiin Faransaay Emaanu’eel Maakroon biyyoota Afrikaa deeggaruuf eeyyamamaa ta’uu isaaniif…
F/M Birhaanuu Juulaan Adda Kibbaatti ijaarsa Hospitaala Raayyaa Ittisaaf dhagaa bu’uuraa…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)-Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Adda Kibbaatti Ijaarsa Hospitaala Raayyaa Ittisaaf dhagaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi Hawaasaa galan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)-Pireezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen sagantaa Ashaaraa Magariisa Sadarkaa Naannoo Sidaamaatti eegalchiisuuf Magaalaa Hawaasaa galaniiru.…
Bilbiloota moobaayilaa fi faaya meetii kontirobaandiin galfaman to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Bilbiloota moobaayilaa fi faayaa meetii garaagaraa kontirobaandiin galfaman to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Meeshaleen…
Hirmaannaa dubartoota dippilomaatota ta’anii cimsuun walqixxummaa fi haqaaf hojjechuu…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Waltajjii Idil Addunyaarratti hirmaannaa dubartoota dippilomaatotaa cimsuun addunyaa walqixxummaa fi haqa qabeessummaan, dubartoota bakka buutu uumuuf…
Finfinneetti jiraattota gatiin kiraa itti dabalame hojmaanni komii ittiin dhiyeeffatan ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, jiraattoota magaalichaa gatiin kiraa manaa itti dabalame hojmaata komii ittiin dhiyeeffatan ifoomseera.
Kaabineen…
Bara 2016tti hojiileen qaroominaa fi seenaa Harariin gitan hojjetamuu qabu-Obbo Ordiin Badrii
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Bara baajataa 2016’tti hojiileen misooma magaalaa qaroominaa fi seenaa Naannoo Hararii gitaan hojjetamuu qabu jechuun Pireezidaantiin Naannoo Hararii…
Koreen Qindeessaa Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaa hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Hoggantoota dhaabbilee federaalaa garaagaraarraa baba’aniin kan hundeeffame Koreen Qindeessaa Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaa har’a hojii eegaleera.…
Manneen Barnoota sagantaa misoomaa guddina daa’imummaa hojiirra oolchan daawwataman
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Ittaanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbay, Manneen Barnootaa Sagantaan Misoomaa Guddinaa Daa’imummaa hojiirra oolchan daawwataniiru.…