Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasa Dhaloota Ijaaraa Jiruuf Galata Qabna! – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Hawaasa Dhaloota Ijaaraa Jiruuf Galata Qabna! jedhan Pireezidaantiin naanoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti Shimallis, Ijaarsa…
Dooktar Girmaa Amanteen Ambaasaaddara Beeljiyeem waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC)-Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyatti Ambaasaaddara Beeljiyeem Isteefan Tiijaan waliin mari’ataniiru.
Ityoophiyaa fi…
Maangoon “Tommy Atkins” hektaaratti kuntaala 220 ol argamsiisa jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC)- Sanyii Fooyya’aan Maangoo “Tommy Atkins” hektaara tokkorraa kuntaala 220 ol akka argamsiisu eerame.
Giddugalli Qorannoo Qonnaa Machaaraa sanyii…
Ce’umsa gara misooma magariisaatti taasifamuuf deeggarsi maallaqaa mala barbaada-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad marii mata duree “Gufuulee jaarraa 21ffaa hambisuuf moodela baankota misoomaa damee hedduu fooyyessuu” jedhuurratti…
Magaalichaatti torbeen Aadaa dubbisaa 7ffaan sadarkaa magaalaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti torbeen Aadaa dubbisaa 7ffaan sadarkaa magaalaa eegalameera.
Torbichi mata duree ‘dubbisa misooma waaraaf’ jedhuun Paarkii…
Godinichatti biqiltuu bunaa miiliyoona 400 ol kilaasteraan misoomsuuf dhaabbiin eegale
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti biqiltuu bunaa miililiyoona 400 fi miiliyoonni 23 kilaasteraan misoomsuuf aanaa Nadhii Gibeetti sirni dhaabbii eegaleera.
Misooma…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu Yaa’ii Waliigaltee Haaraa Faayinaansiirratti hirmaachaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC)-Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu Yaa’ii Waliigaltee Haaraa Faayinaansii Idil Addunyaa Paaris irratti hirmaachaa jira.
Biyyoonni…
Pirojekti Qindaa’aa Eegumsa Naannawaa raawwachiisuuf deeggarsi faayinaansii Doolara miiliyoona 9.5…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC)-Pirojektii Qindaa’aa Eegumsaa fi Misooma Naannawaa raawwachiisuuf deeggarsii faayinaansii Doolara miiliyoona 9.5 mallatta’uun ibsame.
Pirojektichi…
Magaalichatti barattoota kuma 150 oliif qormaata kutaa 8ffaa fi 6ffaa laachuuf qophiin xumurame –…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti barattoota kuma 150 oliif qormaata kutaa 8ffaa fi 6ffaa sadarkaa magaalaa laachuuf qophiin xumuramuu Biiroon Barnootaa Magaalaa…
Mojootti piroojeektiwwaan 48 Birrii miiliyoona 280 oliin ijaaramaan tajaajilaf qophaa’aan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Magaalaa Mojootti piroojeektoonni 48 Birrii miiliyoona 280 oliin ijaaramaan xumuuramuun tajaajilaf qophaa’uu ibsameera.
Magaalichatti bara kana…