Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Haayilamaariyaam Dassaalanyi jilaa taajjabdoota filannoo dursuuf Seeraaliyooniin galan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Duraanii Haayilamaariyaam Dassaalanyi jila taajjabdootaa filannoo Gamtaa Afrikaa dursuuf Seeraaliyoniin galaniiru.
Filannoon…
Waggoottan sadan dhufan giddugaloonni tursiisa daa’immanii kumni 1 ni ijaaramu-Aadde Adaanech
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Kutaa Magaalaa Lidataatti Giddugala Tursiisa Daa’immanii eebbisiisaniiru.
Sirna…
Koomiishiniin Marii Biyyaalessaa jiraatoota Dirree Dhawaa waliin mari’ata jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Koomiishiniin Marii Biyyaalessaa jiraatoota Magaalaa Dirree Dhawaa waliin mari’achaa jiraachuun ibsame.
Waltajjicharratti Koomiishinarri Koomiishinii…
Aadde Adaanech Abeebeen sosochii misooma daa’imummaa jalqabsisan
Finfinnee, Waxabajjii 14,2015 (FBC)- Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen mata duree "Daa’imman Abdii Borii Finfinneef” jedhuun sosochii misooma daa’imummaa…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa Waggaa ‘dorgommii Iskaaytiraak’ dameewwan…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa Waggaa 'dorgommii Iskaaytiraak' dameewwan shaniin injifateera.
Dorgommii Iskaaytiraak bara 2023 Faransaay…
Ambaasaaddar Misgaanuun DhMG bakka buutuu misooma Indaastirii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti bakka buutuu misooma Indaastirii Ooreeliyaa…
Muummeen Ministiraaa FDRI Abiy Ahimad agarsiisa Fayyaa biyyaaleessa Goda Hambaa Saayinsiitti…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraaa FDRI Abiy Ahimad agarsiisa Fayyaa biyyaaleessa Goda Hambaa Saayinsiitti eegalchiisaniiru.
Agarsiisicharratti dhaabbileen Fayyaa…
Obbo Dammaqaan Gargaraa Ministira alaa Kuweet waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Gargaraa Ministira alaa Kuweet Ambaasaaddar Baadir Saalehi waliin…
Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Ministira Daldala Idil Addunyaa Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Ministira Daldala Idil Addunyaa Ingiliz Niigal Haadilistan waliin mari'ataniiru.…
Godina Jimmaatti sagantaan Dhaabbii Biqiltuu ashaaraa magarisaa Aanaa Manchootti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti Sagantaan Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magarisaa Aanaa Manchootti eegalameera.
Bara kana godinichattii biqiltuu biiliyoona 1 ol…