Browsing Category
Oduu biyya keessaa
IGAD tarsiimoo Nageenya nyaataa fi bulchiinsa qisaasama oomisharratti mariii gaggeessaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa tarsiimoo Nageenya nyaataa fi bulchiinsa qisaasama oomisharaarratti Finfinneetti mariii Ministirootaa gaggeessaa…
Fooramiin biyyaalessaa Tajaajila bishaan magaaloota Ityoophiyaa 14ffaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Fooramiin biyyaalessaa Tajaajila bishaan magaaloota Ityoophiyaa 14ffaa magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffama jira.
Fooramichi tajaajila bishaan…
Abbaan Taayiticha haasa jibbiinsaa miidiyaa hawaasaan tamsa’an ittisuuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa haasa jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa miidiyaa hawaasaan tamsa’an ittisuuf qooda fudhattoota waliin magaalaa…
Jilli Dooktar Tashoomaan durfamu tarkaanfii ijaarsa seeraan alaa irratti fudhatame daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Jillii kantibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashooma Addunyaan durfamu kutaa Magaalaa Mana Abbichuu Aanaa Akaakoo saayitii Guraaraatti…
Bu’aan yeroo Murtee Ummataa Walaayittaatti ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC)- Bu’aan yeroo sagalee Murtoo Ummataa Walaayittaa ifoomeera.
Ummanni bu’aa sagalee isaa ilaallataa jira jedhame.
Magaalaa Booddittii fi aanaa…
Murteen Ummataa Walaayittaatti gaggeeffamaa oole xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Godina Walaayittaatti gaggeeffamaa kan oolee adeemsi kenniinsa sagalee murtee ummtaa xumurameera.
Xumuramuu kenniinsaa sagalee hordofees bufataaleen…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waggaa 25ffaa balalii gara Ameerikaatti eegale kabaje
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waggaa 25ffaa balalii gara Ameerikaatti eegale kabaje.
Yeroo ammaa daandiin qilleensichaa sadarkaa idil addunyaatti…
Boombiin dho’uun daa’imman maatii tokkoo 3 dabalatee lubbuu namoota 4 galaafate
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Magaalaa Shaashamanneetti Boombiin balfa keessaatti gatame dho'uun daa’imman maatii tokkoo 3 dabalatee lubbuu namoota 4 galaafachuun ibsame.…
Wixinee fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) - Wixinee fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaarratti mari’atamaa jiraachuu ibsameera.
Maricharratti Ministir Deetaa Ministeera Maallaqaa Dooktar…
Gahee dameen qonnaa guddinaa diinagdeef qabu tilmaamuun dhiyeessiin faayinaansii jiraachuu qaba…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Dameen qonnaa guddinaa diinagdeef gahee olaanaa qabu tilmaama keessa galchuun dhiyeessiin faayinaansii jiraachuu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa…