Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Burtukaan Miidhaaksaan godina Walaayitaatti adeemsaa filannoo murtoo uummataa irra deebiin…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) - Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Burtukaan Miidhaaksaa godina Walaayitaatti adeemsaa filannoo murtoo uummataa irra deebiin…
Xaa’oo kuntaalli miiliyoona 6.6 guutummaatti biyya keessa seeneera-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Hanga Waxabajjii 10, 2015’tti Xaa’oo kuntaalli miiliyoona 7.4 Buufata Doonii Jibuutii kan ga’ee fi kana keessaa xaa’oo miiliyoonni 6.6 guutummaatti…
Waltajjiin marii waloo Mana Maree Federeeshiinii fi naannolee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) - Waltajjiin marii hariiroo waloo mootummoota Naannolee fi Federaalaa qopheessummaa Mana Maree Federeeshiniin magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…
Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaan durfamu Paarkii Indaastirii Maqalee dawwate
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)-Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Zhi’oo Zhiyu’aaniin durfamu sochii Paarkii Indaastirii Maqalee daawwateera.
Jilichi Hoji Gaggeessaa…
Pireezdaantiin Afaar Obbo Awwal maqaa “Abbaa Nagaa” moggaafaman
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC)-Pireezdaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Godambaa Magaalaa Jimmaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti Obbo Awwal Arbaan dabalatee Kantiibaan…
Sagantaan Misooma Qonna Qindaa’aa Ikkoo-Turiiziimii Wancii-Dandii labsame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa Sagantaa Misooma qonna qindaawaa Ikkoo tuurizimii haroo Wanchii-Dandii labse.
Sagantaan Misooma Qindaa’aa Ikkoo-Turiiziimii…
Guyyaan daa’imman Afrikaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC)- Guyyaan daa'imman Afrikaa mata duree "Nagaa, jaalala, kunuunsii fi eegumsi daa'imman hundaaf" jedhuun Finfinneetti kabajame.
Guyyaan daa'imman…
Korri Qorannoo Oromoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC)- Walta'iinsa Inistiitiyuutii Qorannoo fi Qo'annoo Oromoo fi Baankii Siinqeetiin Korri Qorannoo Oromoo Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Koricha irratti…
Finfinneetti Sagantaan Ashaaraa magariisaa boqonnaa 2ffaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinnetti Sagantaan Ashaaraa magariisaa boqonnaa 2ffaa jalqabsiisuun gaggeeffameera
Saganticharratti Ministira Ministeera…
Indaastiriin Miiltan naannawaa Daldalaa Bilisaa Dirree Dhawaatti qindeessa Qurxummii ijaaruuf fedhii…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Indaastiriin Miiltan naannawaa Daldalaa Bilisaa Dirree Dhawaatti qindeessa Qurxummii saamsamaa ijaaruuf fedhii olaanaa qabaachuu ibseera.…