Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Ristuu Yirdaaw Riqicha laga Abbayyaa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Riqicha laga Abbayyaa daawwataniiru.
Riqichichi Birrii biiliyoona 1.4 oliin ijaaramaa…
Mootummaan nageenyi bu’uura hundaa waanta’eef waa’ee isaa baayy’isee dubbata…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Mootummaan nageenyi bu'uura hundaa ta'uu isaan waa'ee isaa baayy'isee dubbata jedhan Minisstirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa…
Paarkii Indaastirii Maqalee hojii jalqabsiisuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Paarkii Indaastirii Maqalee hojii jalqabsiisuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Indaastirii beeksiseera.
Yeroo…
Murtoon ummataa Godina Waalaayitaa Wiixaxa dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) –Murtoon ummataa Godina Waalaayitaa Wiixaxa dhufu kan gaggeeffamu ta'uu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksise.
Godinichatti Waxabajjii…
Hirmaannaa Siyaasaa fi Fayyadamummaa dubartootaa caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Hirmaannaa Siyaasaa fi Fayyadamummaa hawaas-Dinagdee dubartootaa caalmaatti cimsuuf Paartiin Badhaadhinaa Xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Itti…
Naannoo Tigraayitti Xaafii Kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraay godinaalee lama keessatti Xaafii Kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Giddu Galli Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa naannichaa…
Guyyaa daa’immaan Afrikaa sababeeffachuun sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Guyyaa daa’immaan Afrikaa sababeeffachuun sagantaan dhaabbii biqiltuu Paarkii Inxooxxoo keessatti gaggeeffameera.
Sagantaa kanarratti miseensonni…
Yaadannoon Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa Dirre Dhawaatti gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) –Yaadannoon Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa bulchinsa magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffameeera.
Alii Birraan artiidhaan namaa bilisummaa…
Wixinee Tarsiimoo Qindaa’aa Dandamannaa Hongee Naannoo Oromiyaa qophaa’e irratti mari’atame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) –Wixinee Tarsiimoo Qindaa'aa Dandamannaa Hongee Naannoo Oromiyaa Qindeessummaa Inistiityuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaatiin dhiyaate irratti hayyootaa fi…
Naannoo Amaaraatti sagantaan Ashaaraa magariisaa boqonnaa 2ffaa jalqabsiisuu gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti waggootaan darban sagantaa Ashaaraa Magariisaan Biqiltuuwwan biiliyoonni 6 ol dhaabbachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiiseera.…