Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa daa’immaan Afrikaa sababeeffachuun sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Guyyaa daa’immaan Afrikaa sababeeffachuun sagantaan dhaabbii biqiltuu Paarkii Inxooxxoo keessatti gaggeeffameera.
Sagantaa kanarratti miseensonni…
Yaadannoon Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa Dirre Dhawaatti gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) –Yaadannoon Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa bulchinsa magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffameeera.
Alii Birraan artiidhaan namaa bilisummaa…
Wixinee Tarsiimoo Qindaa’aa Dandamannaa Hongee Naannoo Oromiyaa qophaa’e irratti mari’atame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) –Wixinee Tarsiimoo Qindaa'aa Dandamannaa Hongee Naannoo Oromiyaa Qindeessummaa Inistiityuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaatiin dhiyaate irratti hayyootaa fi…
Naannoo Amaaraatti sagantaan Ashaaraa magariisaa boqonnaa 2ffaa jalqabsiisuu gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti waggootaan darban sagantaa Ashaaraa Magariisaan Biqiltuuwwan biiliyoonni 6 ol dhaabbachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiiseera.…
Waltajjiin marii hariiroo waloo mootummootaa Wiixata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) -Waltajjiin marii hariiroo waloo mootummoota Naannolee fi Federaalaa Mana Maree Federeeshiniin qophaa’e Wiixata dhufu Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu…
Naannichatti sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuu biiliyoona 1.3 dhaabuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaatti bara kana sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuu biiliyoona 1.3 dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaan naannichaa…
Lafa seeraan ala qabaman kaaree meetira kuma 165 ol irratti tarkaanfiin fudhatame-B/M/Shaggar
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Shaggar weerara lafa seeraan alaa ittisuuf hojiilee bal'aa hojjechaa jiraachuu beeksise.
Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Meeshalee Waraanaa mana jireenyaa keessatti kuusee kan argame to’annoo jala oolfame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti shakkamaan meeshalee waraanaa mana jireenyaa isaa keessatti kuusee argame to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.…
Godinichatti balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 2 yoo darbuu, namoota 20 irra miidhaan…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Godina Walaayittaa Sooddootti balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 2 yoo darbuu, namoota 20 miidhaan qaamaa cimaa fi 45 irra ammoo miidhaan qaamaa…
Gaaffilee misoomaa fi bulchiinsa gaarii deebisuuf hooggansi hojii isaa ariitii fi kalaqaan…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)-Nannoo Oromiyaatti waltajjiin marii hooggansa ol'aanaa fi giddugaleessaa "Dhugaa waloo, kalaqaa fi ariitiin dhugoomina mootummaa interpiriiniyeraaf"…