Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuuwwan miiliyoona 368 ol dhaabuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuuwwan akaakuuwwan garaagaraa miiliyoona 368 ol dhaabuuf qophiin taasifamaa…
Jaappaan Manneen Barnootaa miidhaman deebisanii ijaaruuf kan oolu Doolaara miiliyoona 8.1 gumaachite
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Jaappaan Ityoophiyaatti Manneen Barnootaa sababa waraanaan miidhaman deebisanii ijaaruuf kan oolu Doolaara miiliyoona 8.1 gumaachiteerti.…
‘Badhaasni Hacaaluu Hundeessaa’ Waxabajjii 22 gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)-'Badhaasni Hacaaluu Hundeessaa' marsaa 2ffaan Waxabajjii 22, 2015 gaggeeffama.
Faawundeeshiniin Artisti Hacaaluu Hundeessaa sagantaa badhaasichaa…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Adaamaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)-Sirna Cufiinsa walga’ii hoggantoota sadarkaa Oromiyaa gaggeeffamaa tureerratti hirmaattonni walga'ichaa Magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaabaniiru.…
Yakkoota naannawaa daangaa Ityoophiyaa fi Keeniyaatti raawwatamu ittisuuf waliigalame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC) – Yakkoota daangaa ce'aa naannawaa daangaa Ityoophiyaa fi Keeniyaatti raawwatamu waloon ittisuuf waliigalameera.
Jilli Komishinara Komishinii Poolisii…
Adeemsa ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu fi hirmaattoota adda baasuu keessatti Paartileen…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC) – Adeemsa ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu fi hirmaattoota adda baasuu keessatti Paartilee siyaasaa hirmaachisuu qofa osoo hin taane abbummaan…
Godina Shawaa Bahaatti boloqqeen Mekaanaayizeeshiniin deeggeramee kilaasteraan faca’e
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC) – Qonna Gannaa bara kanaatiin oomishaalee qonnaa al-ergee baayyinaafi qulqullinaaan oomishuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksiseera.…
Konkolaataan Elektirikaa Chaayinaatti oomishamu Voolsi Waagan yeroof Ityoophiyaa akka hin seenne…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC) – Chaayinaatti kan oomishamu Konkolaataan Elektirikaa Voolsi Waagan yeroof Ityoophiyaa akka hin seenne dhorkamuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiiksii…
Barana daa’imman kuma 7 ol maatii isaaniitti akka makaman taasifameera-Biiricha
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Barana daa'imman kuma 7 fi 352 sababa adda addaatiin guddistoota isaanii irraa adda bahan maatii isaaniitti akka makaman taasifamuu Biiroon Dhimma…
Obbo Binnaalfi dhimma godaansaa ilaalchisee Yaa’ii Ministirootaa Ugaandaatti qophaa’erratti…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Nageenyaa Obbo Binnaalfi Andu’aalam dhimma godansaa ilaalchisee Yaa’ii Ministirootaa Yugaandaatti qophaa’erratti hirmaachaa jiru.…