Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shakkamaan Warqee giraama kuma 5 fi 460 seeraan ala qabatee argame to’annoo jala oolfame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Magaalaa Miizaanitti shakkamaan Warqee giraama kuma 5 fi 460 seeraan ala qabatee argame to’anno jala oofamuun qoratamaa…
Rakkoo Sudaan haala furuun danda’amurratti miseensonni IGAD ejjennoo walfakkaataarraa ga’uun eerame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Jibuutiitti yaa’iin Dhaabbata Misooomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) gaggeeffameerratti rakkoo Sudaan haala furuun danda’amurratti biyyoonni miseensa…
Mariin Paanaalii haala yeroo tasgabbii siyaasa quubsuma naannawaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)-Mariin Paanaalii haala yeroo tasgabbiin siyaasa quubsuma naannawaa, hiikaa nageenya biyyaalessaa Ityoophiyaaf qabu irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.…
Yaa’iin waggaa faayinaansii Afrikaa Bahaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Yaa’iin waggaa faayinaansii Afrikaa Bahaa 6ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Daayrektara Olaanaa Gabaa Kaappitaalaa Ityoophiyaa…
Abbootiin qabeenyaa Giriik Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirraatti bobba’uuf fedhii qabaachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ittaanaan Komishinaraa Komiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Daani’eel Tarreessaa abbootii qabeenyaa Giriik waliin marsariitiin mari’ataniiru.
Marii…
Ityoophiyaan hariiroo daldalaa fi invastimanti Kaanaadaa waliin qabdu guddisuuf murannoo qabdi –…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan hariiroo Daldalaa fi Invastimanti Kaanaadaa waliin qabdu guddisuuf murannoo qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 803 keessaa dhaabbileen kuma 127 ol seeraan alaa ta’uun…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 800 ol irratti to'annoo gaggeeffameen dhaabbileen kuma 127 ol seeraan ala ta'uu Biiroon Daldalaa Oromiyaa…
Pireezidaanti Shimallis hawaasni tajaajila Lammummaarratti akka hirmaatan waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Tajaajilli Lammummaa tarkaanfilee hoggansi jijjiiramaa ummata gara duudhaa Sirna Gadaatti deebisuuf qabatee socho’aa tureefi socho'aa jiru ta'uu…
Guddina diinagdee Afrikaa fi Eeshiyaaf tumsi dargaggootaa cimsuu qaba – Dooktar Ergoogee…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Afrikaa fi Eeshiyaatti guddinni diinagdee saffisaa ta'e akka galmaa'u dargaggoonni tumsa cimsuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dargaggootaa fi…
Godina Arsii Lixaatti miseensonni Raayyaa Ittisa biyyaa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Wondootti miseensonni Raayyaa Ittisa biyyaa hawaasa waliin biqiltuu dhaabaniiru.
Dhaabbii biqiltuu kana dhaabbanni…