Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naayijeeriyaatti bidiruun dhidhimuun namoonni 150 du’uun himame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Bidiruun namoota feetee imalaa turte Naayijeeriyaa Laga Niijar jedhamu keessatti dhidhimuun lubbuun namoota 150 darbuu fi hedduun miidhaa cimaaf…
Dooktar Ergoogee Tasfaayeen Agarsiisaa Daldaltoota dubartoota banan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen agarsiisa daldaltoota dubartootaa Hooteela ISkaay Laayititti…
Girikitti Bidiruun godaantoota feetee imalaa turte dhidhimuun lubbuun namoota 78 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Girikitti Bidiruun godaantoota feetee imalaa turte dhidhimuun lubbuun namoota 78 darbuu dhaga’ameera.
Bidiruun tun qarqara galanaa Peelooppooneez…
Aadde Samariitaa Sawaasawu Ministira Daldalaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandi waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 7 ,2015 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa Sawaasawu Ministira Daldalaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaand Liiseey Sheerinmaasher waliin…
Guddinni daa’immanii karaa duudhaafi safuu eegeen ta’uu qaba – BDhDDO
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Guyyaan daa’immaan Afrikaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti magaalaa Shaashamanneetti kabajameera.
Mirgaafi Nageenya daa'immanii eegsisuurratti…
Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun Bunaa miiliyoonni 300 ol dhaabbate
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Oromiyaatti barana biqiltuu Bunaa biiliyoona 1.3 dhaabbiif qophaa’e keessaa hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 300 ol dhaabbachuu ibsameera.
Godina…
Dooktar Girmaa Amanteen Jilaa Neezerlaandi waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Ministrri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen jila Ministira Daldalaa Alaa fi Walta’iinsa Misoomaa Neezerlaandii Liisjee Ischeereenmaacheriin…
Asxaa Tajaajilaa Nageenyaa Odeeffannoo gochaa seeraan alaaf oolchuuf kan yaalan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-'Waaleetii' Asxaa tajaajilaa nageenya odeeffannoo kan irratti maxxanfamee qopheessuu fi waraqaa eenyummaa fakkeessuun gochaa seeraan alaaf faayidaarraa…
Hariiroon sadarkaa hoggansaatti eegalee hariiroo ummataa saffisiisuuf tumsa- Jiraattota Maqalee
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Sadarkaa Hoggansaa Naannoo Tigraayii fi Amaaraatti hariiroon eegalee hariiroo ummatootaa naannolee lameenii gidduu saffisiisuuf kan gargaaru ta’u…
Chaayinaan nagaa fi badhaadhinaa Gaanfa Afrikaaf deeggarsa akka taasistu ibsite
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Chaayinaan nagaa fi badhaadhina Gaanfa Afrikaaf deeggarsa akka taasistu beeksisfte.
Barreessaa Olaanaa Dhaabbataa Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa…