Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Siidaan Aksum irra deebiin tuuristootaaf banaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Siidaan Aksum irraa deebiin tuuristootaaf banaa ta’uu Waajjirrii Aadaa fi Tuuriizimii Magaalaa Aksum beeksise.
Hogganaan Waajjirichaa Obbo…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Ala Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa fi Barreessaa Dhimmoota Diyaaspooraa Keeniyaa Alfareed…
Pireezidantiin Biraaziil Ityoophiyaa daawwachuufi
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Da Silvaa Ityoophiyaa daawwachuuf ta’uun ibsame.
Pireezidaantichi dawwannaan Ityoophiyaatti taasisan Biraaziil…
Giddugalli Daataa Afrikaa Wingu Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Ityoophiyaatti Giddugalli Daataa Afrikaa Wingu Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame.
Sirna eebbaa Finfinneetti gaggeeffame irratti Ministira…
Ityoophiyaa dabaltee Biyyoonni miseensa IGAD Jeneeraloota waraanaa Sudaan lameen waliin ni…
Finfinnee, Waxabajjii 6 ,2015 (FBC)- IGAD haalaa yeroo Sudaan furuuf Ityoophiyaa dabalatee Biyyoonni Miseensa Dhaabbata Mootummoota Baha Afrikaa guyyootan 10‘n dhufan keessatti Jeneraal…
Mariin hoggantoota Sadarkaa Fedeeralaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii hoggantoota Sadarkaa Fedeeralaa Magaalaa Suluultatti gaggeeffamaa jira.
Koree gidduu galeesaa paartii badhadhinaa kallattii ka’een…
Guyyaan Eegumsa Naannawaa kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Guyyaan eegumsa naannawaa akka Addunyaatti yeroo 50ffaaf akka Ityoophiyaatti yeroo 31ffaaf dhaadannoo "Furmaata Faalama Pilaastikaaf" jedhuun Magaalaa…
IGAD Aangoo Dooktar Warqinaa Gabaayyoo waggoota 4’f dheeresse
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD ) Dooktar Warqinaa Gabaayyoo waggoottan arfan dhufaaniif Barreessaa Olaanaa Dhabbaticha ta’uun akka…
Amb.Tafarraa Darriboon Dura Taa’aa Garee Inarjii Albuudaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon Dura Taa'aa Garee Inarjii Albuudaa Chaayinaa Zhing Zhi Peengi waliin Ityoophiyaatti karaalee hojiilee invastimantiirratti…
Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Waltajjiin marii hooggansaa Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjiin kun kallattii koreen hojii raawwachiiftuu fi Koree…