Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin Hoggantootaa Sadarkaa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Waltajjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mata duree “Kalaquu fi saffisuu” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Marichii…
KNFMO Sirna qabeenya beeksisuu fi galmeessuu gara dijitaalaatti jijjiiruufi
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiya sirna qabeenya beeksisuufi galmeessuu ammayyeessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.…
MM Abiy Ahimad Jibuutiitti biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Jibuutiitti biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yaa'ii 14ffaa…
Mariin hoggantootaa Naannoolee Kibbaa, Beenishaangul Gumuzii fi Amaarratti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii sadarkaa naannoo, Naannoolee Kibbaa, Beenishaangul Gumuzii Naannoo Amaarratti gaggeeffamuu eegaleera.
Miseensi Koree Hoji…
Hanqina dhiyeessii Xaa’oo keemikaalaa furuuf xaa’oo uumamaa qopheessurratti xiyyeeffannoon hojjetama…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Hanqina dhiheessii xaa'oo keemikaalaa furuuf xaa'oo uumamaa qopheessurratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiiseera.…
Gufuulee waloo injifannoon bahachuuf Ityoophiyaan biyyoota waliin walitti dhiyeenyaan hojjetti-MM…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC)- Sodaa fi faayidaa waloo tilmaama keessa galchuun gufuulee waloo injifannoon bahachuuf, Ityoophiyaan tokkoon tokkoo biyyoota waliin walitti dhiyeenyaan…
L/J Yilmaa Mardaasaan Walitti Qabaa Boordii Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa ta’an
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC)- Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Ityoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan Walitti Qabaa Boordii Bulchiinsaa Daandii Qilleensaaa Ityoophiyaa…
Koomiishinar Lalisee Nameen Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC)- Koomiishinarri Koomiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ambaasaaddara Jaappaan Itoo Taakaakoo waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin,…
Mariin Biyyaaleessaa walamantaan ummatoota gidduu akka jiraatuuf gargaara-Amb. Mahaammad Diriir
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC)- Mariin Biyyaaleessaa wal amantaa ummatoota gidduu akka jiraatuuf kan gargaaru ta’uu Koomiishinarri Koomiishinii Marii Biyyaaleessaa Ambaasaaddar…
Ityoophiyaanonni Chaayinaatti barataan qabeenya tuuriizimii biyya isaanii beeksisan
Finfinnee Waxabajjii 5, 2015 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa Yuunivarsiitii Jiiliin Chaayinaatti baratan, qabeenyaalee aadaa fi tuuriizimii biyyaa isaanii hawaasa yuunivarsiitichaaf beeksisuun…