Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanonni Chaayinaatti barataan qabeenya tuuriizimii biyya isaanii beeksisan
Finfinnee Waxabajjii 5, 2015 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa Yuunivarsiitii Jiiliin Chaayinaatti baratan, qabeenyaalee aadaa fi tuuriizimii biyyaa isaanii hawaasa yuunivarsiitichaaf beeksisuun…
Hojiin tajaajila lammummaa hojii rakkoo ummata sadarkaa gadaanaarra jiraatanii furuuti – Obbo Masfin…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) –Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastara Magaalota Oromiyaa Obbo Masfin Malaakuu Magaalaa Jimmaatti hojii tajaajila lammummaatiin…
Waltajjiin deebisanii dandamachiisuu fi ijaaruu gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC)-Ityoophiyaatti waltajjiin deebisanii dandamachiisuu fi ijaaruu gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi waggaa lamatti manca’insa walitti bu’iinsa kutaa Kaabaa…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu Jibuutii gale
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu Yaa’ii Idilee Biyyoota Miseensa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa 14ffaarratti…
Miseensonni Komishinii Maree biyyaalessaa ajandaa walitti qabuuf Gaambeellaa gale
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) – Jilli Miseensota Komishinii Maree biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Arayaan durfamu ajandaa marii walitti qabuuf Gaambeellaa galeera.
Jilichi wayita…
Jilli Obbo Taaggasee Caafoon durfamu naannoo Somaaleetti biqiltuu dhaabe
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Jilli Af Yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jgjigaatti biqiltuu dhaabeera.
Jilichi…
Jilli Obbo Geetaachoo Raddaan durfamu magaalaa Bahir Daar gale
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan durfamu naannoo Amaaraa magaalaa Bahir Daar galeera.
Jilichi wayita…
Qonna sirna nyaataa deeggaru hojiirra oolchuun lammii qaroomina qabuufi oomishaafi oomishtummaa…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Qonna sirna nyaataa deeggaru hojiirra oolchuun lammii qaroomina qabuufi oomishaafi oomishtummaa qonnaa guddisu horachuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Bulchiinsi magaalichaa naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 510 ol deeggarsa taasise
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Tigraayiif deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birrii miiliyoona 510 olii taasiseera.
Kantibaan magaalaa Finfinnee…
Hojiin Ashaaraa Magariisaa hojii yeroo tokkoo osoo hin taane hojii biyya badhaate dhaloota…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) – Hojiin Ashaaraa Magariisaa hojii yeroo tokkoo osoo hin taane hojii biyya badhaate dhaloota dhaalchisuuti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…