Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qoramaanni kuutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26 eegala-BBO
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26, 2015 irraa eegale kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Biirichatti akka…
Oomisha, bitaa fi gurgurtaa seeraan alaa Warqeerratti kan bobba’an lammiileen alaa 29 to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti oomisha, bittaa fi gurgurtaa seeraan alaa albuuda Warqee irratti kanneen bobba’uun argaman shakkamtoonni lammiin biyyaa…
Pirojektoonni bishaan dhugaatii Kuma 8 ol xumuramuun ummata miiliyoona 2.7 fayyadamtoota…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Hojiilee bara 2015'tti raawwatamaniin hanga ammaatti pirojektoota kuma 8 fi 300 ol xumuruun ummata miiliyoona 2 fi kuma 741 ol fayyadamtoota bishaan…
Gaaffilee jiraattonni magaalatti gaafatan addaa baasuun deebii kennuuf hojjecha jirra-Aadde Adaanech…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Gaaffilee jiraattotaa Magaalaa Finfinneerraa ka’anii fi koomiiwwan jiran adda baasuun deebii kennuuf hojjechaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Diinagdee dhiibbaa dandamachuu danda’uu ijaaruuf seera taaksii fi gibiraa kabajuunuun barbaachisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Dinagdee cimaa fi dhiibbaa danamachuu danda’u ijaaruuf seera taaksii fi gibiraa kabajuun itti gaafatamaa qaamolee dhimmi ilaalaturraa eegamu ta’u…
Humna Qilleensaa Ityoophiyaa ammayyeessuuf hojiileen jijjiiramaa hedduun hojjetamaniiru- L/J Yilmaa…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Humna Qilleensaa Ityoophiyaa ammayyeessuuf hojiileen jijjiiramaa hedduun hojjetamuu Ajajaa Olaanaan Humana Qilleensaa Leetenaala Jeneraala Yilmaa…
Hojiirra oolmaan karoora fuulduree jijjiiramaa dhaabbilee haqaa eegalame xiyyeeffannaan hojjetamuu…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Haqni, nageenyaaf, misoomaa waaraa fi ijaarsa sirna diimokiraasiif gahee murteessaa waan qabuuf hojiirra oolmaan karoora fuulduree jijjiirama dhaabbilee…
Pirojektii ijaarsa Biiroo fi kaampii humna dafee qaqqabaaf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Poolisiin federaalaa Bahaa Ityoophiyaatti pirojektii biiroo fi kaampii humna dafee qaqqabaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame.
Ijaarsichi Baasii…
Hundeeffamni waggaa 60ffaa Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sabbataa kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Hundeeffamni waggaa 60ffaa Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sabbataa kabajame.
Saganticharratti Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Ogeessi Barnoota Fedhii…
Raayyaan Ittisa Biyyaa faayidaa Ummataa fi biyyaaf dhaabbachuun duudhaa isaa adda…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa of dursee faayidaa ummataa fi biyyaaf dhaabbachuun duudhaa isaa adda duree ta'uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyaa…