Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ulaawwan nagaa banaa taasisuun nageenyaa mul’ataa jiruuf bu’uuraa ta’uun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Ulaawwan nagaa humnoota hundaaf banaa taasisuun nageenyaa akka biyyattiitti nagaa mul’aataa jiruuf bu’uura ta’eera jedhan Ministirri Tajaajila…
Bara 2023tti Oomishi waliigalaa biyyaa keessaa Doolaara biiliyoona 156 ol ga’a jedhamee eegama-TKM
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Bara 2023, Omishi waliigalaa Biyyaa keessaa Doolaara Biiliyoona 156.08 ga’a jedhamee kan eegamu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Waggoota sadan darban baasii loojistiksii Birrii biiliyoona 5 baraaruun danda’ameera-Ministeericha
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Waggoottan sadan darban hojmaataa qindaawaa damee loojistiksii fooyyessuun hojiilee hojjetamaniin baasii loojistiksii Birrii biiliyoona 5 baraaruun akka…
Ityoophiyaatti hanga bara 2018’tti biqiltuuwwan biiliyoona 50 dhaabameera-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti hanga bara 2018’tti biqiltuuwwan biiliyoona 50 dhaabamuu Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Sagantaa Ashaara magariisaa…
Pireezidaantii Saahilawarqi beekamtii Dubartootaa Adda Duree argatan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Yaa’ii waggaa Hoggantootaa Siyaasaa Dubartootaa irratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen beekkamtii Dubartootaa Adda Dureef argataniiru.…
Yunivarsitiin Finfinnee Pirojektootaa Gamtaa Awurooppaan deeggaraman 9 injifate
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Yuunivarsitiin Finfinnee pirojektootaa qorannoo fi giddugala beekumsaa Gamtaa Awurooppaan deeggaraman 9 injifateera.
Bara faranjootaa baatii Sadaasaa…
Mariin hariiroo invastimantii Ityoophiyaa fi Poorchugaal cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Komishinarri komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyatti Ambaasaaddaraa Poorchugaal Luusiyaa Firahso waliin mari’ataniiru.…
Dooktar Girmaa Amanteen Naannoo Afaaritti hojiilee misooma nyaata beelladaa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Naannoo Afaar Godina Gabii Raasuutti hojiilee misooma nyaata beelladaa hojjetama jiru…
Hariiroon gamlamee Chaayinaa fi Ityoophiyaan cimee itti fufa-Gorsaa Ministiraa Embaasii Chaayinaa
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Waggoottan kurnaan darban hariiroon gamlamee Chaayinaa fi Ityoophiyaa dameewwan walta’iinsaa hedduurratti saffisaan guddachaa dhufuu Ityoophiyaatti…
Bu’aalee guguddaa sagantaa Ashaaraa magariisaa boqonnaa jalqabaan argame dabaluuf kutannoon ni…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Bu’aalee gurguddoo sagantaa Ashaaraa magariisaa boqonnaa jalqabaan argame boqonnaa lammaffaan dabaluuf keessumaa qonna walmakaan kutannoon akka hojjetamu…