Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Afaaritti qonna ceesisuuf hojiileen sosochii ummataa hojjetamuu qabu jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Naannoo Afaaritti wixinee karoora qonna ceesisuuf qophaa’eerratti qooda fudhattoota waliin mri’atameera.
Maricharratti Ministirri Ministeera Qonnaa…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa jijjiirama qilleensaa ittisuu keessatti gumaacha guddaa qaba –…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa sadarkaa idil-addunyaatti jijjiirama qilleensaa ittisuu keessatti gumaacha guddaa qabaachuu Ityoopphiyaatti…
Naannoleen Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf qophii taasisaa jiraachuu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Naannoo Amaaraatti biqiltuuwwan biiliyoonaa 1.5 dhaabuuf qophii taasisuu Biiroon Qonnaa Naannichaa beeksise.
Naannichatti biqiltuuwwaan biiliyoona 1.6…
Xaa’oon kuntaalli miiliyoona 2.9 gara biyyaatti galuun ni raabsama-MQ
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Torbanoota lamaan dhufan xaa’oon biyyee kuntaalli miiliyoona 2.9 buufata ga’uun gara biyyaatti akka raabsamu Ministeerrii Qonnaa beeksise.…
Koottaa waliin seenaa haa hojjennu – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Dhaabbiin Ashaaraa Magariisaa bara kanaa wayita xumurame Ityoophiyaan biqiltuu biiliyoona 31 ni uwwifamti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…
Waltajjiin sosochii Ummataa daddabarsa namoota seeraan alaa ittisuurratti xiyyeeffate gaggeeffamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Waltajjiin sosochii Ummataa daddabarsa namoota seeraan alaa ittisuurratti xiyyeeffate magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti…
Waltajjiin Gumii Balal 32ffaan gaggeeffama jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)-Waltajjiin Gumii Balalaa marsaa 32ffaan mata duree “Waadaa fi gocha, dhaloota hanga dhaloota” jedhun gaggeeffamaa jira.
waltajjicha irratti Hoggaanaa…
Aadde Adaanach dureewwan amantaalee waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen dureewwan amantaalee hundaa fi hoggantoota Gumii Dhaabbilee amantaa waliin mari'ataniiru.
Aadde…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan waliin mari’ataniiru.…
Manni marichaa wixinee Baajataa mootummaa federaalaa dhiyaaterratti mari’achuun koree dhaabbiif…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee baajataa mootummaa Federaalaa bara 2016 Birrii biiliyoona 801.6 ta’uun dhiyaaterratti mari’achuun gamaaggama…