Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa wixinee Baajataa mootummaa federaalaa dhiyaaterratti mari’achuun koree dhaabbiif…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee baajataa mootummaa Federaalaa bara 2016 Birrii biiliyoona 801.6 ta’uun dhiyaaterratti mari’achuun gamaaggama…
Dhimmoota Amantaa mariin furuuf waliigalamuu Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Rakkoolee dhimma amantaan walqabatanii ka’an mariin furuuf Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin waliigalteerra ga’amuu Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa…
Namoota yakka shororkeessummaan shakkaman 24 irratti himanni baname
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Namoota yakka shororkeessummaan shakkamuun Komishiniin Poolisii Federaalaa dameen qorannooo yakka shororkeessummaa qorannoo irratti gaggeessaa ture 24…
Ameerikaan Ittisaa fi To’annoo HIV/Eedisiif kan oolu Doolaara miiliyoona 112 Ityoophiyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Ameerikaan Ittisaa fi To’annoo tatamsa’ina HIV/Eedisiif kan oolu deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 112 Ityoophiyaaf taasiifte.
Deeggarsicha…
Obbo Dammaqaan Yaa’ii Ministirootaa Qindoomina Idil Addunyaa irratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, garee shororkeessaa ISIS ittisuuf kan hundaa’e Yaa’ii Ministirootaa…
Waggoottan darban Guddinni diinagdee Ityoophiyaa %6.1 galmaa’eera-Obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Waggoottan darban Guddinni diinagdee Ityoophiyaa giddugaleessaan %6.1 galmaa’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen ibsan.
Manni Maree…
Manni murtichaa nama dhuunfaa miidiyaa hawaasummaan ergaa shororkeessummaa tamsaasuun shakkamerratti…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddachi ramaddii 1ffaa Lidataa nama dhuunfaa miidiyaa hawaasummaan ergaa shororkeessummaa tamsaasuun Raayyaa…
Qellemitti pirojektiiwwan jallisii Birrii biiliyoona 1.8 oliin ijaaramaa jiran keessaa 9 xumuraman
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Godina Qeellem Wallaggaatti pirojektiiwwan jallisii 13 Birrii biiliyoona 1.8 oliin hojjetamaa jiran keessa 9 xumuramuun ibsame.
Pirojektiiwwan kunneen…
Ashaaraan Magariisni hambaa dhalootaatti darbudha-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Ashaaraan Magariisni hambaa dhalootaatti darbudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Sagantaa Ashaara magariisaa baranaa mata duree 'Egeree…
Yuunivarsitii Jimmaatti koonfaransiin idil addunyaa geggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Yuunivarsitii Jimmaatti koonfaransiin idil addunyaa nageenya waaraa mirkaneessuu irratti xiyyeeffate geggeeffamaa jira.
Koonfaransaan walitti…