Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shirri Yaalii badii Al-Shabaab cimina Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaan guutumaan guutuutti fashalaa’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Shirri Yaalii badii Al-Shabaab cimina Raayyaa Ittisaan guutumaan guutuutti fashalaa’uu Raayyaan Ittisaa Ityoophiyaa beeksiseera.
Al Shabaab yeroo…
Finfinneetti biqiltuuwwan miiliyoona 17 dhabuuf qophiin xumuramuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaan bilqiltuuwwan miiliyoona 17 dhaabuuf qophii xumuruu Biiroon Misoomaa Magariisaa fi Miidhaginaa Magaalaa Finfinnee…
Obbo Ahimad Shiideen wixinee bajataa 2016 Paarlaamaaf dhiyeessu
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen wixinee baajataa bara 2016 Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf har’a ni dhiyeesse.
Manni Maree…
Mootummaan hordoftoota amantaa adda addaatiif iddoo waaqeffannaafi awwaalchaa mijeessuu dirqama qaba…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan jila Pireezidaantii Mana maree dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Sheek Hajjii…
Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa rakkoo nageenyaa uumuuf humnoonni qophaa’an jiraachuu…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa Magaalaa Finfinneetti rakkoo nageenyaa uumuuf humnoonni qophaa’aan jiraachuu bira ga’uu beeksiseera.
Humni…
Jarman Ityoophiyaa waliin dhimmoota garaagaraarratti walta’iinsa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Haqaa Alamantee Aggidawu Ministiraa Walta’iinsaa Diingdee fi Misoomaa Jarman Yo’akiin Filaasbaarzi waliin mari’ataniiru.…
Amb. Shifarraa Ittaanaa Hoji Raawwachiisaa Sagantaa Nyaata Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Shifarraa Takilamariyaam Ittaanaa Hoji Raawwachiisaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Kaarli…
Shororkeessaan Alshabaab daangaa Ityoo-Somaliyaatti haleellaan raawwachuuf ture fashalaa’e
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Shororkeessaa Alshabaab naannawaa daangaa Ityoophiyaa fi Somaaliyaatti haleellaan raawwachuuf ture fashaalaa’uun eerame.
Gareen shororkeessaa Alshabaab…
Torbeen dhaabbilee waldaalee Siiviikii 3ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Torbeen dhaabbilee waldaalee Siiviikii 3ffaan Finfinneetti kabajamuu eegale.
Torbechi mata duree “Hirmaannaa dhaabbilee waldaalee siiviikii nageenya…
Sirni Awwalchaa Alii Barkee raawwate
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Sirni awwaalchaa gooticha Kaarraa Maarraa fi miseensa duraanii raayyaa ittisa biyyaa Alii Barkee raawwate.
Sirni awwalchaa isaaniis Finfinnee Mana…