Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’ii 14ffaan Dureewwan IGAD Wiixata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Yaa’iin 14ffaan dureewwaan Dhaabbata Misooma Mootummootaa Baha Afrikaa (IGAD) Wiixata dhufu Jibuutiitti akka gaggeeffamuu ibsame.
Dhaabbatichi akka…
Boorana Aanaa Elwayyeetti margi lafa hektaara 642 irratti misoome haamaaf qaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Elwayyeetti margi hektaarri 642 irratti misoome haamaaf qaqqabuu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii beeksise.
Nyaanni…
Maayik Hamarii fi Tirees Aan Jaakoobsan Ityoophiyaatti Garee Hordoffii Adeemsa Nageenyaa Gamtaa…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Adda Ameerikaa Maayik Hamarii fi Ityoophiyattii Dhimma Raawwachiistuun Embaasii Ameerikaa Tirees Aan Jaakoobsan Ityoophiyaatti…
Ambaasaaddar Misgaanuun Gaanfa Afrikaatti ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa Addaa Ambaasaaddar Ameerikaa Maayik Hamar waliin…
Ityoophiyaa fi Paakistaan tumsa paarlaamaa cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa fi Mootummaan Rippabilika Islaamummaa Paakistaan tumsa paarlaamaa isaanii cimsuuf waliigalaniiru.
Paakistaanitti Ambaasaaddarri…
Namni dhuunfaan butii shamarree Tsaggaan shakkamuun barbaadamaa ture to’atame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Namni dhuunfaa Butii Shamarree Tsaggaa Balaachoon shakkamee barbaadamaa ture Yewahaalaamaabraat Waldamaariyaam to’atame.
Shakkamaan kun guyyaa har’aa…
Manni murtichaa Gobozee Sisaay dabalatee namoota dhuunfaa 7 irratti himanni akka banamu guyyoota 5…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddachi Lidataa Ramaddii1ffaa Gobozee Sisaay dabalatee namoota dhuunfaa 7 irratti abbaan Alangaa himata akka banu…
Nageenyaa fi tokkummaa cimsuuf qoodni abbootii amantaa cimuu qaba jedhame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti Abbootii Amantaa waliin dhimmoota haala yeroorratti mari’atameera.
Nageenyaa fi tokkummaa cimsuuf qoodni abbootii amantaa cimuu akka…
Daddabarsa namoota seeraan alaa keessatti hoggantoonnii fi hojjettoonni mootummaa ni hirmaatu…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni mootummaaa Daddabarsa namoota seeraan alaa keessatti kan hirmaatan ta’uu qorannoon FBCn gaggeesse mirkanneesse.
Akkaataa…
Gabaasni Dhaabbnni ‘Human Rights Watch’ baase fudhatama hin qabu – TKM
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Gabaasni Dhaabbnni ‘Human Rights Watch’ baase fudhatama kan hin qabne ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Tajaajilli Kominikeeshinii…