Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gabaasni Dhaabbnni ‘Human Rights Watch’ baase fudhatama hin qabu – TKM
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Gabaasni Dhaabbnni ‘Human Rights Watch’ baase fudhatama kan hin qabne ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Tajaajilli Kominikeeshinii…
Baatiwwan salgan darban balaan Tiraafikaa lubbuu namoota kuma 2 fi 700 galaafachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Baatiwwan salgan darban balaan Tiraafikaa lubbuu namoota kuma 2 fi 700 galaafachuu Tajaajilli Fandii Nageenya Daandii fi Inshuraansii beeksiise.…
Yaa’iin waggaa daldalaa fi Invastimantii Afrikaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Yaa’iin waggaa daldalaa fi Invastimantii Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi, dhimmoota imaammataa fi tarsiimoo daldalaa,…
Oromiyaatti akkaataa daldala seeraan alaa galteewwan Qonnaa ittisuun danda’amurratti mari’atamaa…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Oromiyaatti akkaataa daldala seeraan alaa galteewwan Qonnaa ittisuun danda’amurratti qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jira.
Fedhiin itti fayyadama…
Koreen Dhaabbichaa Bulchiinsa Magaala Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti kenna tajaajilaa…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa Bulchiinsa Magaala Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti kenna tajaajilaa sektarootaa daawwateera.
Jilli Koreewwan…
Aadde Adaanach ijaarsa Paarkii Wiindoo Of Afrikaa eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaarsa Paarkii Wiindoo Of Afrikaa eegalchiisaniiru.
Paarkichi buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa miseensota haaraa 2 dabalate
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)-Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa miseensota haaraa lama koreechatti dabaleera.
Sababoota adda addaatiin bakka miseensota hojii…
Fiinxaalessummaa ittisuun tokkummaa keenya jabeessuu qabna-Obbo Abdujabbaar Mahaammad
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Fiinxaalessummaa ittisuun tokkummaa fi nageenya jabeessuun barbaachisaa ta’uu Ittigaafatamaan Waajjjira Paartii Badhaadhinaa Damee Hararii Obbo Abdujabbaar…
Gootni Kaarraa Maarraa Alii Baarkeen boqotan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Gootni Kaarraa Maarraa, Miseensi Duraanii Raayyaa Ittsaa Biyyaa Alii Barkee addunyaa kanarraa du’an boqotan.
Gootni Alii Barkee dhibee isaan mudateen…
Lammiileen dhimmoota marii biyyoolessaaf ajandaa ta’an akka akeekan gaafatame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Komishiniin mare Biyyaalessaa Lammiileen dhimmoota marii biyyoolessaaf ajandaa ta’an akka akeekan gaafateera.
Komishinichi ergama itti laatame ba’uu fi…