Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Biraaziil hariiroo Dippiloomaasii isaanii gara sadarkaa fooyya’aatti ceesisuuf walii…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)-Ityoophiyaa fi Biraaziil hariiroo waloo fi Dippiloomaasii hunda galeessa gara sadarkaa fooyya’aatti ceesisuuf walii galaniiru.
Itti Aanaan Muummee…
Magaalaa Shaggaritti uffannaa aadaatiin tajaajilli akka kennamu labsame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Hojjettoonni Bulchiinsa Magaalaa Shaggar hundi torbanitti guyyaa tokko, gaafa Wiixataa uffannaa aadaatiin akka tajaajilan labsameera.
Sagantaan…
Walitti bu’iinsa Masjiidootatti mudate furuuf walitti dhiyeenyan mari’achuutu furmaata jedhame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) –Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Andu’aalem Koree Karaa Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaan hunda’e waliin mari’ateera.
Iddoolee…
Naannoo Kibbaatti ragaa barnootaa sakatta’ame keesaa kumni 1 fi 131 ragaa sobaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaatti ragaalee barnootaa sakatta’ame kuma 17 keesaa kumni 1 fi 131 ragaa sobaa ta’ee argamuu Biiroon Paabilik Sarvisii fi Qabeenya…
Hariiroo Ityoophiyaa fi Kuweet gidduu dameewwan haaraattis guddisuun barbaachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Hariiroo seena qabeessa Ityoophiyaa fi Kuweet gidduu jiru dameewwan haaraattis guddisuun barbaachisaa ta’uu Kuweettitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Sa’iid…
Dorgommiin kalaqa “Abdii Ityoophiyaa 2015 gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Qopheessummaa Ministeera Hojii fi Ogummaan dorgommin kalaqa daldalaa “Abdii Ityoophiyaa 2015” jedhuun Giddugalaa Dagaagina Kalaaqaa Buraayyuutti…
MM Abiy Ahimad Ministira Alaa Biraaziil waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Alaa Biraaziil Maawuroo Viiyeeraa waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota hariiroo biyoota lameenuu cimsaanii fi…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsiitti hojiilee Ashaaraa magariisaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsiitti hojiilee misooma Ashaaraa Magariisaa daawwateera.
Jilichi…
Waltajjiin marii Indaastirii Konistiraakshinii gaggeeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015(FBC)-Indaastirii Konistiraakshinii Sadarkaa Idil Addunyaatti dorgomaa fi humna namaa ga’umsa qabu ijaaruuf kan dandeessisu waltajjiin marii gaggeeffamaa jira.…
Misoomni daandii Naannoo Oromiyaa kiiloo meetira kuma 60 ol gahuu danda’eera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Hanga kurmaana 3ffaatti misoomni daandii Naannoo Oromiyaa kiiloo meetira kuma 60 ol gahuu danda’eera jedhan Pireezidantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…