Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misoomni daandii Naannoo Oromiyaa kiiloo meetira kuma 60 ol gahuu danda’eera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Hanga kurmaana 3ffaatti misoomni daandii Naannoo Oromiyaa kiiloo meetira kuma 60 ol gahuu danda’eera jedhan Pireezidantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Argisiisni Qonnaa Goda Hambaa Saayinsiitti gaggeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)-Argisiisni Qonnaa Eebla 29, 2015 irraa eegalee mata duree “Mana yaaliirraa gara facaasuutti” jedhuun eegalamee milka’inaan xumuramuu Ministeerrii Qonnaa…
Naannawaa Gammoojjiitti piroojektoonni damdamannaa Jireenyaa hawaasa hojjetamaa jiran bu’aa gaarii…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Naannawaa Gammoojjiitti pirojektoonni dandamannaa Jireenyaa hawaasaa hojjetamaa jiran bu’aa gaarii argamsiisaa jiraachuu Biiroon Misooma Jallisii fi…
Koorporeeshinichi Konistiraakshinin Daawwaalee Jibuutii waliin hojechuuf waliigaltee mallatteese
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Hojiilee Konistiraakshinii Ityoophiyaa fi Konistiraakshinii Daawwaalee Jibuutii walta’iinsa waloo cimsuuf waliigaltee mallatteessaniiru.…
Finfinneen ‘Badhaasa Inisheetiivii Bu’uuraalee Misoomaa Bishkiliitii Biluumbargi’ injifatte
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Magaalaan Finfinnee magaalota addunyaa 10 Badhaasa Inisheetiivii Bu’uuraalee Misoomaa Bishkiliitii Biluumbargi (BICI) injifatan keessaa tokko taate.…
Ministirri Dhimma Alaa Biraaziil boru Finfinnee galu
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Biraaziil Ambaasaaddar Mawuroo Viyeeraa daawwannaa hojiif boru Finfinnee akka galan eerame.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…
Waljijjiirraan Aadaa fi afaanii Ityoophiyaa fi Chaayinaa hariiroo biyyoota lameenii cimsuuf…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Waljijjiirraan Aadaa fi afaanii Ityoophiyaa fi Chaayinaa hariiroo biyyoota lameenii cimsuuf gumaachaa olaanaa akka qabu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…
Garee Iskindir Naggaa Gadaamii Dabra Eeliyaas Sillaasee daheeffachuun socho’aa turerratti…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Garee Iskindir Naggaa Godina Goojjama Bahaa Gadaamii Dabra Eeliyaas Sillaasee daheeffachuun hidhannoon mootummaa kuffisuuf socho'aa turerratti tarkaanfiin…
Sababa rakkoo nageenyaan waggoota 3’f adda citee kan ture Daandiin Gaambeellaa – Shabal –…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Sababa rakkoo nageenyaan waggoota 3’f adda citee kan ture Daandiin Gaambeellaa - Shabal – Dambii Doolloo tajaajila eegaluu eegaluu ibsameera.
Raayyaa…
Barakat Damooz dorgommiin Faanaa Laamroot boqonnaa 13ffaan injifate
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Dorgommii Faanaa Laamroot marsaa13ffaan boqonnaan xumuraa injifannoo Barakat Damooziin galobameera.
Dorgommii xumuraa kanaaf badhaasni Birrii…