Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bulchinsaa magalaa Maayaa hundaa’e
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) –Manni Maree Magaalaa Maayaa Miseensoota 62 qabu hundaa'eera.
Manni marichaa muudama Miseensoota Kaabinee Magaalaa Maayaa fi koree dhaabbii…
Hariiroon gara fuulduraa Ityoophiyaa fi Chaayinaa abdii guddaa kan qabu ta’uu Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Hariiroon gara fuulduraa Ityoophiyaa fi Chaayinaa abdii guddaa kan qabu ta’uu Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo…
Oromiyaatti hongee mudate dandamachuuf godinaalee 11 keessaatti lafti hektaarri kumni 715 ol margaa…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaa bakkeewwan hongeen mudatee ture dandamachiisuuf godinaalee 11 keessaatti lafti hektaarri kumni 715 ol margaa looniin uwwifamuu Biiroon…
Konfiransiin Dargaggoota Oromiyaa Bulchiinsaa Magaalaa Shaggaritti gaggeeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Konfiransiin Dargaggoota Oromiyaa 13ffaan Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar 1ffaan gaggeeffama jira.
Konfiransiin Dargaggoota oromiyaa 13ffaan Magaalaa…
Finfinneetti dhaabbileen garaagaraa kan dhaaban biqiltuuwwan kuma 800 ol qophaa’aniiru jedhame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf Magaalaa Finfinneetti dhaabbilee garaagaraan kan dhaabaman biqiltuuwwan kuma 800 ol qophaa’uu Giddugalli…
Eebbifamoo Abunee Maatiyaas Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Ministira Sabdaneessaa Sheek Nahaayaan…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Ityoophiyaa eebbifamoo Abunee Maatiyaas Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Ministira Sabdaneessaa Sheek…
Oromiyaatti sosochii “Ityoophiyaan haa oomishtuun” indaastiriiwwan 120 ol irraa deebiin hojii…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Sababa garaagaraatiin hojii dhaabanii kan turan indaasturiiwwan 120 ol sosochii “Ityoophiyaan haa oomishtuutiin” irra deebiin gara hojiitti seenuu Biiroon…
Godaantoota Ityoophiyaatti argamaniif deeggarsi Doolaarri miiliyoonni 25 gaafatame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC) – Dhaabbata Godaantootaa Idil Addunyaatti Dameen Ityoophiyaa Godaantoota Ityoophiyaatti argaman kuma 189f kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 25…
Yaa’iin Hayyoota Afrikaa – Chaayinaa 12ffaan Chaayinaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC) – Yaa’iin Hayyoota Afrikaa - Chaayinaa 12ffaan Chaayinaa magaalaa Zyiinuwaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti hayyoonni biyyoota 45 irraa walitti…
Dorgommiin kalaqa hojii biyyaalessaa 4ffaan “Abdii Ityoophiyaa” jedhu Caamsa 28 eegala
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Dorgommiin kalaqaa hojii biyyalessaa 4ffaan “Abdii Ityoophiyaa” jedhu Caamsa 28, 2015 akka gaggeeffamu eegalu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise.…