Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojmaanni bittaa kurmaana dhumaa raawwatamu hambisu hojiirraa ooluufi
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Dhaabbileen mootummaa kurmaana dhumaa waggaarratti bittaawwaan raawwatan hambisuuf homaanni tumsu bara dhufuu eegalee guutummaatti hojiirra kan oolfamu…
Gujii Lixaatti lafti hektaarri kuma 184 sanyii uwwifameera
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Godina Gujii Lixaatti hanga ammaatti lafti hektaarri Kuma 184 irra midhaan gosa garagaraa facaafamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.
Godinicha…
Koonfiraansiin qorannoo Idil-addunyaa 3ffaan yuunivarsiitii Bulee Horaatti geggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Koonfiraansiin qorannoo Idil-addunyaa 3ffaan horsiisa beelladaa fi jijjiirama qabeenya qilleensaa irratti xiyyeeffate Yuunivarsiitii Bulee Horaatti…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 148’tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)-Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 148’tti tilmaamamu to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Somaaliyaarraa ka’uun meeshaaleen…
Jilli Korpooreshinii Paarkiiwwaan Indaastirii Chaayinaattii daawwanaa taasisaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Jilli Korporeeshinii Paarkiiwwan Indaastirii Ityoophiyaa Qajeelcha Misooma Gabaa, Kominiikeeshinii fi hoggantoonni biroon Chaayinaa Bejiingitti daawwanaa…
Obbolummaa Sabdaneessa bu’uura cimaa irratti ijaaruun Finxaalessummaa dhabamsiisaa ijaarsa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Obbolummaa Sabdaneessa bu'uura cimaa irratti ijaaruun Finxaalessummaa dhabamsiisaa ijaarsa biyyaa itti fufsiifna jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa…
Waldaan qaxxaamura Diimaa Oromiyaaitti Pirojektii Birrii miiliyoona 110 eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)- Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa Naannoo Oromiyaa godinaalee shanitti lammiilee walitti bu’iinsaan miidhaaman deebisanii dhaabuuf pirojektii Birrii…
Korichi sirna hordoffiifi to’annoo dirree gaggeessaa jira
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa sirna hordoffiifi to'annoo dirree gaggeessaa jira.
Sirni deeggarsaafi to'annoo hojiiwwan mootummaan fayyadamummaa…
Wixineen imaammata naamusa biyyaalessaa fi ittisa malaammaltummaa qophaa’e
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Wixinee imaammata naamusa biyyaalessaa fi ittisa malaammaltummaa qopheessuu Komishiniin Namuusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa beeksiseera.…
Deeggarsi Namoomaa kaayyoo barbaadameef akka oolu qindoominaan hojjetamaa jira – KHSB
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Deeggarsi Namoomaa kaayyoo barbaadameef akka oolu dhaabbilee deeggartootaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…