Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ittaanaa Pireezidaantii Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)-Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ittaanaa Pireezidaantii Chaayinaa Haan zhiing waliin mari’atan.…
Obbo Taggasaa Caafoo fi Hoggantoonnii Naannoo Kibbaa Agarsiisa Qonnaa Goda Ambaa Saayinsii daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)-Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Tagaasaa Caafoo fi Hoggantoonni Olaanoon Naannoo Kibbaa Agarsiisa Qonnaa Goda Ambaa Saayinsii daawwatan.…
Rakkoo dinaagdee walxaxaa furuuf waloon hojjechuun barbachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)-Mariin Paanaalii rakkoo dinaagdee walxaxaa Ityoophiyaa mudateef furmaata bu’uura barbaaduu irratti xiyyeeffate gaggeeffamuu ibsameera.
Ministirri…
Tumsa dhaabbiilee Ityoophiyaa fi Chaayinaa giddu jiru cimsuun barbaachisaadha –Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin tumsa dhaabbiilee olaanoo Ityoophiyaa fi Chaayinaa giddu jiru…
Jilli Ityoophiyaa Yaa’ii Waraqaa Eenyummaa Afrikaa 7ffaarratti hirmaate
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Jilli Ityoophiyaa dhaabbilee garaagaraarraa walitti babba’e Yaa’ii Waraqaa Eenyummaa Afrikaa 7ffaa Keeniyaa magaalaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jirurratti…
Dubartiin jalqabaa Miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Aadde Maartaa Gabratsaadiq du’aan…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Dubartiin jalqabaa Miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Aadde Maartaa Gabratsaadiq addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.
Aadde Maartaa Gabratsaadiq…
Abbaan Taayitichaa Miidiyaa Piraayimiif akeekkachiisa dhumaa kenne
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Miidiyaa Piraayimiif akeekkachiisa dhumaa kenne.
Labsiin miidiyaalee Ityoophiyaa lakkoofsi 1238/2013 miidiyaaleen…
Walga’iin Innisheetiivii Ministiroota Maallaqaa Afrikaa Bahaa Ijiptitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Walga’iin Innisheetiivii Ministiroota Maallaqaa Afrikaa Bahaa Ijipti magaalaa Shaarm El-Sheekitti gaggeeffamaa jira.
Walga’ichi Yaa’ii Waggaa Baankii…
Naannichatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuuwwan miiliyoona 2 ol dhaabuuf karoorfamuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Naannoo Hararritti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2016 ‘n Biqiltuuwwan miiliyoona 2.8 dhaabuuf karoorfamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Obbo Dammaqaa Makonnin Dura Taa’aa Ejensii Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Dura Taa’aa Ejensii Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Chaayinaa Liwoo…