Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi Manneen Barnootaa Bu’uura Boruu Godina Shawàa Kibba lixaatti eegalame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Hojii Kenna tajaajila lammummaa bara barnootaa 2016'n ijaarsi Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu Godina shawàa kibbaa lixaatti eegalame.
Sadarkaa naannoo…
MM Abiy Ahimad Guyyaa Afrikaa sababeeffachuun erga dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 17,2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Guyyaa Afrikaa sababeeffachuun erga dabarsaniiru.
Ergaasaaniin, hoggantoonni Afrikaa tokkummaa abbootii duraaniin…
Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa haala yeroo irratti mari’ataa jira
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa haala yeroo irratti hooggantoota olaanoo nannichaa waliin magalaa Adaamaattii mari’ata jira.
Marii kana irratti…
Yaa’iin waliigalaa Buusaa Gonofaa Magaalaa Shaggar geggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Yaa'iin waliigalaa Buusaa Gonofaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti gaggeeffamaa jira.
Yaa'iichaan mariin hubannoo uumuu kan gaggaeffamuu ta’uufi…
Obbo Awwaluu Abdiin Shaakkisootti Hospitaala Birrii miiliyoona 250 oliin ijaaramaa jiru daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 17 ,2015 (FBC)-Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Hospitaala Magaalaa Shaakkisootti baasii Birrii miiliyoona 250’n ijaaramaa jiru…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Chiin Gaang waliin…
Addee Adaanech Abeebeen Pireezidaantii sosochii Siyaasaa Dubartoota Gur’aachaa Koloraadoo waliin…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaantii sosochii Siyaasaa Dubartoota Gur’aachaa Koloradoo Biyaanka Emarsan waliin…
“Gamtaan Dhaabbilee Waldaalee Hawaasa Siiviilii Nageenyaa” Ityoophiyaa hundaa’e
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Ityoophiyatti dhaabbilee miti mootummaa biyyaa keessaa nageenyarratti hojjetan 50 Gamtaa Dhaabbilee Waldaalee Hawaasa Siiviilii Nageenyaa hundeessan.…
Ambaasaaddar Misgaanuun Qindeessituu Olaantuu Deeggarsa Namoomaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan, Ityoophiyaatti Qindeessituu Olaantuu Deeggarsa Namoomaa fi Waamtuu Dhaabbata…
Hundeeffamni waggaa 60ffaa Gamtaa Afrikaa boru kabajama
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Hundeeffamni waggaa 60ffaa Dhaabbata Tokkummaa Afrikaa duraanii fi Gamtaa Afrikaa ammaa guyyaa borii kabajama jedhame.
Gamtaan Afrikaa bara Faranjootaa…