Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Mana Amataa Ortodoksii guyyoota 16’f gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Yaa’iin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa guyyoota 16’f gaggeeffamaa ture xumurameera.
Yaa’ichi xumuramuu ilaalchisee ibsa kan kennan…
Lubbuu balleessuun moobaayilii Birrii 500 fi Birri 250 fudhatan hidhaa umrii guutuun adabaman
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Saamtonni lubbuu balleessuun bilbila Birrii 500tti tilmaamamuu fi maallaqa callaa Birrii 250 fudhaataan hidhaa cimaa umrii guutuun adabamuu Poolisiin…
Obbo Shimallis Abbootii qabeenyaa fi miseensota boordii arjoomtota piroojektii ”End…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallisa Abdiisaan abbootii qabeenyaa fi miseensota boordii arjoomtota piroojektii ''End Fund'' dhibeewwan…
Obbo Awwaluu Abdiin Godina Gujiitti oomishtootaa fi dhiyeesitoota Albuudaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Itti Aanaan Pireeziidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Gujiitti oomishtootaa fi dhiyeesitoota Albuudaa waliin mari’atan.…
Komishinar Lalisee Nameen Ambaasaaddara Turki waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyatti Ambaasaaddara Turki Beerki Baraan waliin mari’ataniiru.
Mariin isaanii,…
Pirojektiin oomishaalee qonna fi kanneen biroo akka qabeenyaa kalaqa sammuutti eegsisuuf gargaaru…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Qonnaa dabalatee Oomishaalee garaagaraa akka qabeenyaa kalaqa sammuutti eegsisuuf kan dandeessisu pirojektii hammattoo seeraa qopheessuuf gargaaru…
Geejjibni Baaburaa Ityoo-Jibuutii Konkolaattota fe’umsaa Jibuutirraa gara Finfinnee geejjibsisuu…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)-Waldaan Aksiyoonaa Geejjiba Baaburaa Itoo-Jibuutii yeroo jalqabaaf konkolaattota fe’umsaa 63 Jibuutiirraa gara Finfinnee geejjibsise.
Waldichi kanaan…
Jilli Ityoophiyaa Obbo Dammaqaan durfamu Beejiingi gale
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Jilli Ityoophiyaa Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu daawwannaaf Chaayinaa Beejiingi galeera.…
Fooramiin Xiinxalaa fi raaga haala qilleensaa Afrika Bahaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Fooramii 64ffaan Xiinxalaa fi raaga haala qilleensaa Afrikaa Bahaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramichi Inistitiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 209’tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)-Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 209’tti tilmaamamu to’atamuu Koomishiniin Gumrukaa beeksise.
Koomishinichi hordoffii Caamsaa 4-10, 2015’tti…