Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin qondaaltota olaanoo Naannoo Somaalee fi Magaalaa Dirree Dhawaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)-Qopheessummaa Paartii Badhaadhinaan mata duree “Maalummaa fudhatamummaa mootummaa, daandii mirkaneessaa fi kallattiilee badhaadhinaa” jedhuun mariin…
Aadde Adaanech Kantiibaa Magaalaa Deenvar waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kantiibaa Magaalaa Deenvar Maayikil Haankook waliin mari’atan.
Mariin isaaniis Magaalaan Finfinnee…
Oromiyaatti Xaa’oo biyyoo qonnaan bultootaaf dhiyaachuu qabu keessaa hanga ammaatti % 28.2 qofti…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Xaa’oo biyyoo qonnaan bultootaaf dhiyaachuu qabu keessaa hanga ammaatti % 28.2 qofti dhiyaachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Jilli Obbo Eeliyaasiin durfamu Godina Shawaa Lixaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Shawaa Lixaa aanaa Walmaraatti hojiilee misoomaa daawwateera.…
Isiraa’eel Hariiroo Ityoophiyaa waliin qabduuf iddoo addaa kan laattu ta’uu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Ambaadaaddar Tasfaayee Yitaayihi xaalayaa mudama isaanii Pireezidaantii Isiraa’eeliif dhiyeessaniiru.
Isiraa’eelitti ergamaa addaa ta’uun kan muudaman…
Daballii gatii manneen barnootaa dhuunfaa waaraan furamuu qaba – Piroofeesar Birihaanuu Naggaa
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Daballiin gatii manneen barnootaa dhuunfaa waaraan furamuu akka qabu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaan beeksisan.
Manni…
FBCtti waggoota 20 oliif ogummaa Teeknikaan tajaajilaa kan ture Obbo Saamu’eel Aari’aayaan boqotan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Faanaa Biroodkaastiing Korporeetiitti waggoota 20 oliif ogummaa Teeknikaan tajaajilaa kan ture Obbo Saamu’eel Aari’aayaan addunyaa kanarraa du’aan…
Obbo Dammaqaa Mokonniin borurraa eegalee Chaayinaa ni daawwatu
Finfinnee, Caamsaa 15 ,2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin guyya borurraa eegalee daawwanaa hojii Chaayinaatti ni taasisu jedhame.…
Dhaabbilee “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisan ifooman
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Marsaa 15ffaa dhaabbilee Pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisasan ifoomaniiru.
Waajjirri Muummee Ministiraa akka beeksisetti, Baankiin…
Misooma jallisii lafa hektaara 7 eegalle barana lafa hektaara miiliyoona 1.1 misoomsuu dandeenyerra…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Abbichuu fi Nya’aatti Qamadii Jallisiin misoome…