Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni Olaanoo Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaatti Qamadii jallisii boneen misoome…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoo Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Abbuchii fi Nya’aatti Qamadii Jallisii boneen misoome daawwataniiru.
Aanaa Abbichuu fi…
Meejar Jeneraal Kinfee Daanyaw yakka malaammaltummaa himatamaniin yakkamaa ta’uu mirkanaa’e
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) –Manni Murtii Daayrektarri Olaanaa Korporeeshinii Injinariingii Sibiilootaa Ityoophiyaa duraanii Meejar Jeneraal Kinfee Daanyaw yakka malaammaltummaa…
Qondaaltonni Naannoo Amaaraa Argisiisa Qonnaa Gola Hambaa Saayinsiitti daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Qondaaltonni olaanoon Mootummaa Naannoo Amaaraa Argisiisa Qonnaa Gola Hambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa jiru daawwataniiru.
Argisiisichi, beekumsa…
Barana eebbifamtoonni kuma 240 ta’an qormaata ba’iinsaa fudhatu
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Barana eebbifamtoota dhaabbilee barnootaa olaanoo mootummaa fi dhuunfaa kuma 240 ta’aniif marsariitiin qormaata kennuuf qophii xumuruu Ministeerri…
Tokkummaa Oromoo Jabeessaa Sabdaneessummaa sirneessuun Badhaadhina Ityoophiyaa milkeessuuf hojjenna…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Tokkummaa Oromoo Jabeessaa Sabdaneessummaa sirneessuun Badhaadhina Ityoophiyaa milkeessuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa ibseera.…
Ityoopiyaan Afrikaa badhaatee fi tokkummaan ishee cimee uumuuf gumaacha taasiftu cimsitee itti…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Ityoopiyaan Afrikaa badhaatee fi tokkummaan ishee cime uumuuf gumaacha taasiftu cimsitee itti fufti jedhan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…
Konfiransiin Eeggumsa Hawaasummaa biyyaalessaa marsaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Konfiransiin Eeggumsa Hawaasummaa biyyaalessaa marsaa 2ffaan Galma Walga’ii Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamuu eegale.
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi…
Jarman Ityoophiyaaf tumsa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Afrikaatti Daayrektara Olaanaa Tumsa Diinagdee fi Misoomaa Jarman Beergiit Piikaal waliin…
Ijaarsi Giddugala Hoggansa Yuunivarsitii Poolisii Ityoophiyaa jalqabsiifame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Ijaarsi Giddugala Hoggansa Yuunivarsitii Poolisii Ityoophiyaa Magaalaa Sandaafaa bakkeetti eegalchiifame.
Sirna dhagaa bu'uuraa kaa'uurratti…
Barana biqiltuuwwan biiliyoona 6.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa waggaa shanaffaan baranaan duulaan biqiltuuwwaan biiliyoona 6.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira jedhan Muummeen Ministiraa…