Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barana biqiltuuwwan biiliyoona 6.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa waggaa shanaffaan baranaan duulaan biqiltuuwwaan biiliyoona 6.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira jedhan Muummeen Ministiraa…
Guddina diinagdee fayyaalessa taasisuuf hojiimaanni qindaa’aan hoggansaa cimuu qaba jedhame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015(FBC)- Qaala’iinsa jireenyaa, daldala seeraan alaafi rakkoo nageenyaa ittisuun guddina diinagdee fayyaalessa taasisuuf hojiimaanni qindaa’aan hoggansaa cimuu akka…
Gaaffii Uummataa deebisuuf hojiilee hojjetamaa jiran cimsuun barbaachisaadha –Obbo Oordiin Badrii
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015(FBC)- Gaaffii Uummataa deebisuuf hojiilee naannichatti hojjetaman cimsuun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Oordiin Badriin ibsan.
Manni…
Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaafi Dhaabbanni Odeeffannoo Jarman waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015(FBC)- Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Dhaabbata Odeeffannoo Jarman waliin tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessuu ibsame.
Jilli Daayrektara…
Ityoophiyaan Yaa’ii Dhaabbata Raaga Qilleensaa Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015(FBC)- Yaa’iin Dhaabbata Raaga Qilleensaa Idil Addunyaa 19ffaan Siwiizarlaand magaalaa Jeeneevitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti jilli Ityoophiyaa…
Ityoophiyaan yaada murtoo Liigiin Arabaa HGHI irratti dabarse kan hin fudhanne ta’uu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015(FB)- Ityoophiyaan yaada murtoo Liigiin Arabaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaarratti dabarse kan hin fudhanne ta’uu beeksisteetti.
Ministeerri Dhimma Alaa…
Magaalaan Finfinneefi Magaalaan Deenvar waliigaltee gam-lamee waliif mallatteessan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015(FB)- Magaalaan Finfinneefi Magaalaan Deenvar waliigaltee gam-lamee waliif mallatteessuu kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.…
Obbo Musxafeen Toogoo Wucaaleetti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad magaalaa Toogoo Wucaaleetti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Manneen waliin jireenyaa…
Bara kana haadholii harka qalleeyyii kuma 30 oliif tajaajila tolaan manni jireenyaa ni ijaarrama…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Bara kana haadholii harka qalleeyyii kuma 30 ol ta’aniif kenna tajaajila tolaan mana jireenyaa ijaaruuf kan hojjetamu ta’uu Biiroon Dhimma Dubartootaa fi…
Oromiyaatti Egzibishiniin hojiifi hojjetaa walqunnamsiisu qophaa’e
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Biiroon Dhimma Hojjataafi Hawaasummaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf Egzibiishiinii hojiifi hojjataa walqunnamsiisu Magaalaa Adaamaatti qopheessuu beeksiseera.…