Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Ministira Misooma Idil Addunyaa Kaanaadaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Minsitiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Misooma Idil Addunyaa Kaanaadaa Haarjiit Siing…
Ityoophiyaa badhaate ijaaruu fi dameewwan hunda ammayyeessuuf kalaqni murteessadha –MM Abiy Ahimad.
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Waltajjii dorgommii ogummaa biyyaalessaa 3ffaa ifatti bananiiru.
Waltajjii Ministeerri Hojii fi Ogummaa mata duree…
Obbo Ahimad Shidee walga’ii waggaa Baankii Misooma Afrikaarratti hirmaachuuf Ijibtiin galan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen walga’iiwaltti qabdoota boordii Baankii Misoomaa Afrikaa 2023rratti hirmaachuuf Ijibtiin galan.…
Korri Qorannoo Seenaa Oromoo Harargee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Korri mirkaneessa bu'aa qorannoo seenaa Oromoo Harargee Magaalaa Hararitti Gaggeeffamaa jira.
Seenaan hawaasa Baha Oromiyaa Inistitiyuutii Qorannoo…
Obbo Awwal Aarbaan agarsiisa Saayinsii Qonnaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan agarsiisa Saayinsii Qonnaa Gola Hambaa Saayinsii fi Teeknooloojiitti qophaa’e daawwataniiru.…
Manneen Maree fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf hojjechuu qabu-Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Manneen Maree ummataa aantummaan fayyadamummaa ummataa haala mirkaneessuun hojjechuu qabu jedhan Afyaa’iin caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduurrahmaan…
Beenishaangulitti hoggantoota olaanoo fi giddugaleessaaf leenjiin kennamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti hoggantoota olaanoo fi giddugaleessaaf leenjiin ijaarsa dandeettii kennamuu eegaleera.
Leenjichi dandeettii…
Gamaaggamni raawwii dhaabbatummaa baatiiwwan 9 darbanii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)-Gamaaggamni raawwii dhaabbatummaa baatiiwwan saglan darbanii Bakka Ministir Deetaawwanii fi Miseensonni Mana Maree Federeeshinii fi Mana Maree Bakka Bu’oota…
Daandiin qilleensichaa balallii haaraa gara Kooppanhaaganitti eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii haaraa Finfinneerraa gara Deenimaark Kooppanhaaganitti taasisu guyyaa har’aa eegalchiiseera.
Sagantaa…
Abbaan Taayitichaa eeyyama Televizhiinii Tajaajila Maahibere Qiddusaanii yeroof dhorke
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Yeroof eeyyama Televizhiinii Tajaajila Maahibere Qiddusaanii dhorkuu ibse.
Teleevizhiinichi Caamsaa 13, 2015 Oduu…