Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haala Daldala alaa oomisha qonnaa Ityoophiyaa saffisiisuun danda’amurratti mari’atame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Dooktar Soofiyaa Kaasaafi Hojii Raawwachiisaa Olaanaan buufata Dooraalee Jaalaa Ibraahim Jibuutiitti mari’ataniiru.…
Balaa Tiraafikaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti mudateen lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Balaa Tiraafikaa magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftoo aanaa 11 naannoo Atikilt Teraa jedhamuun beekamutti mudateen lubbuun namoota 2 darbuu…
Obbo Fiqaaduu Tasammaan balaa tiraafikaa barsiisota Yuunivarsiitii Madda Walaabuurra gaheen gadda…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan balaa Tiraafikaa guyyaa kaleessaa barsiisota yuunivarsiitii Madda…
Oromiyaatti Waggoottan lamaan darban dhimmoonni kumn 200 fi kumni 18 Mana Murtii Aadaan fala wrgatan…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Waggoottan lamaan darban dhimmoonni kumni 200 fi kumni 18 Mana Murtii Aadaan furmaata argachuu Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti…
Shakkamtoonni Raatessuun yakka raawwachuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaalee garaagaraatti Shakkamtoonni Raatessuu(Shaashaa) yakka raawwachuun shakkaman to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.…
Waggoota sadan darban Diinagdeen Ityoophiyaa dhiibbaalee jiran dandamachuun % 6.2 guddina agarsiise…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Diinagdeen Ityoophiyaa waggoottan sadan darban dhiibbaalee jiran dandamachuun % 6.2 guddina galmeessuu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar…
Ityoophiyaatti rakkoo nageenyaa mudate dandamachuun dameewwan Barnootaa, Aadaa fi Ispoortiin…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) –Ityoophiyaatti rakkoo nageenyaa mudate dandamachuun dameewwan Barnootaa, Aadaa fi Ispoortiin bu'aa jajjabeessaan galmaa'uu Ministiroonni ibsan.
Raawwiin…
Carraa waliigaltee nageenyan argametti fayyadamuun ummata miidhame deebisanii dhaabuun murteessaadha…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) –Carraa waliigaltee nageenyan argametti fayyadamuun ummata miidhame deebisanii dhaabuun murteessaa ta'uu Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay…
Obbo Musxafeen Piroojektota bu’uraalee Misoomaa magaalaa Qabiriibayehitti hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Piroojektota bu'uraalee Misoomaa magaalaa Qabiriibayehitti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Kontiroobaandii ittisuuf hojii hojjetameen bu’aa jajjabeessan argame – Komishinar…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) –Waggoottaan darban sochii Kontiroobaandii ittisuuf hojii hojjetameen bu'aa jajjabeessan argamuu Komishinarri Komishinii Gumrukaa Dabalee Qaabataan…