Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Aganyahu Tashaagar Itti aanaa Ministira Alaa Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar Itti aanaa Ministira Alaa Raashiyaa Miikhaalii Boogdaanoov waliin mari'ataniiru.
Hariiroon…
Jilli ministirootaa MM Abiy Ahimadiin durfamu raawwii hojii fooyya’iinsa diinagdee biyya…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) –Jilli ministirootaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu raawwii hojii fooyya'iinsa diinagdee biyya keessaa guyyoota 100 gamaaggameera.…
Godina Baaleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun barsiisota 18 darbe
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) –Godina Baaleetti balaa tiraafikaa ganama kana mudateen lubbuun barsiisota yuunivarsiitii Madda Walaabuu 18 darbuu ibsameera.
Konkolaataan Yuunivarsiitii…
Haala maaddii dhalootaf galii walitti qabuun danda’amurratti hoggantoota Miisiyoonootaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa fi Tajaajilli Diyaaspooraa haala maaddii dhalootaf galii walitti qabuun danda’amurratti hoggantoota Miisiyoonootaa waliin marii…
Hojiilee Ittisaa loltummaa damee Saayibarii guddisuuf cimee hojjetaa jira – Fiild Maarshaal…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Hojiilee Ittisaa loltummaa damee Saayibarii guddisuuf ciminaan hojjetamaa jiraachuu Itaamaajoor Shuumiin Humna Waaraan Waliigalaa Fiild Maarshaal…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan itti aanaa barreessaa Ministeera Maallaqaa Ameerikaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan itti aanaa barreessaa Ministeera Maallaqaa Ameerikaa Eeriik Miiyeer waliin…
Ministirri misooma idil addunyaa Kaanaadaa Ityoophiyaa daawwachuufi
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Ministirri misooma idil addunyaa fi waamamaan Ejansii misooma Diinagdee biyyoota Paassifikii Kaanaadaa Haarjiit Saajaan Ityoophiyaa daawwachuufi.…
Hojiirra oolmaan waliigaltee nageenyaa milkiin gaggeeffamaa jira – Gamtaa Afrikaa
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Hojiirra oolmaan waliigaltee nageenyaa milkiin gaggeeffamaa jiraachuu Gamtaan Afrikaa beeksise.
Gamtaan Afrikaa Raayyaa Ittisaa waliin ta'uun…
Poolisii Federaalaatti makamuun keenya itti gaafatamummaa biyyaalessaa olaanaaf akka qophoofnu nu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Poolisii Federaalaatti makamuun keenya itti gaafatamummaa biyyaalessaafi tajaajila uummataa olaanaaf akka qophoofnu nu taasiseera jedhan miseensonni…
Qonna gannaa bara kanaan lafti heektaarri miiliyoonni 1 oomisha ruuziin ni uwwifama- Obbo Shimallis…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Qonna gannaa bara kanaan lafti heektaarri miiliyoonni1 oomisha ruuziin kan uwwifamu ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…