Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Musxafee Muhaammad jila Sagantaa Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Muhaammad jila Daayrektara Damee Sirna Nyaataa Sagantaa Nyaataa Addunyaan durfamu waliin mari’ataniiru.…
Fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuuf gaheen Baankii Addunyaa olaanaadha jedhame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Fayyadamummaa gama maraa lammiilee mirkaneessuufi dandeettii dorgomtummaa guddisuuf gaheen Baankii Addunyaa olaanaa tauu ibsameera.
Sagantaan cufiinsa…
Ityoophiyaan hariiroo Dhaabbata Godaantoota Idil addunyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti –…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ityoophiyatti bakka buutuu Dhaabbata Godaantoota Idil addunyaa Abiibaatoo Weenfool…
Maskaram Abarraa dabalatee namoota yakka shororkeessummaan shakkaman 6 irratti Poolisiin qorannoo…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddachi Ramaddii 1ffaa Lidaataa Maskaram Abarraa dabalatee namoota yakka shororkeessummaan shakkaman 6 irratti Poolisiin…
Pireezidaanti Saahilawarqi Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa waliin Goda Hambaa Biyyaalessaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee fi Ittaantuun Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaas Maarkuweez Goda Hambaa Biyyaalessaa daawwataniiru.
Jilli…
Hojjettoota Mootummaafi Hoggansa kenniinsa tajaajilaa danquun kuma 21 ol irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Hojjettoota Mootummaafi Hoggansa kenniinsa tajaajilaa danquun uummata mufachiisan kuma 21 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon…
Rakkoolee hawaasummaa fi diingadee saffisaan furuuf walhubannaan hojjechuun barbaachisaadha – Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Konfirensiin Ummataa kutaalee hawaasaa aanaalee naannoo Tigraay hundarraa walitti babba’an hirmaachise magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera.
Waltajjichi…
Labsii Taaksii Galii Dabalataarratti fooyya’iinsi taasifame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Labsii Eksaayis Taaksii (Taaksii Galii Dabalataa) irratti fooyya’iinsi taasifamuu ibsame.
Labsiin Taaksii Galii Dabalataa 1186/2012 Guraandhala 5/2012…
Fooramiin Daldalaa Ityoo- Eemreetota Araba Gamtoomanii gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Fooramiin Daldalaa Ityoo- Eemreetota Araba Gamtoomanii magaalaa Abuu Daabiitti gaggeeffamuu ibsame.
Fooramichi carraaleefi filannoowwan invastimantii…
Komishinichi hojii hirmaattota marii Biyyaalessaa adda baasuu hojjetaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa naannolee 4fi magaalaa 1 keessatti hojii hirmaattota marii Biyyaalessaa adda baasuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…