Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinichi hojii hirmaattota marii Biyyaalessaa adda baasuu hojjetaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa naannolee 4fi magaalaa 1 keessatti hojii hirmaattota marii Biyyaalessaa adda baasuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…
Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaaf ambulaansiiwwan arjoomaman
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Tajaajila Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa bal’isuuf ambulaansiiwwan 14 fi konkolaattota sarviisi 9 Waldaa Qaxxaamuraa Diimaa Addunyaarraa…
Oromiyaatti biqiltuuwwan biiliyoona 4.9 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira-BQO
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisa bara 2015’n biqiltuuwwaan biiliyoona 4.9 dhaabuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Jiraattonni naannawaa balfa “Qoshee” yaaddoo balaa keessa jiran hatattamaan ni kaafamu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Jiraattonni magaalaa Finfinnee naannawaa balfa "Qoshee" jedhamuun beekamuufi yaaddoo balaa keessa jiran yeroo gabaabaa keessatti kan kaafaman ta’uu ibsame.…
Baankiin Addunyaa tumsa Ityoophiyaa waliin qabu kan itti fufu ta’uu ibse
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Baankiin Addunyaa tumsaa fi michummaa Ityoophiyaa waliin qabuu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise.
Baankichi hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu…
Waltajjiin marii Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii sagantaa Ashaaraa magariisaa Gannaa baranaa mata duree “Ashaaraa Magariisaa Misoomaa Waaraaf” jedhuun Gola Hamba Saayinsiitti gaggeeffamaa…
Tajaajila galmeessaafi mirkaneessa ragaalee guutumaan guutuutti diijitaalessuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Tajaajila galmeessaafi mirkaneessa ragaalee guutumaan guutuutti diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli Galmeessaafi Mirkaneessa…
Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa gidduutti Waliigalteen Ijaarsa daandii mallatteeffame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa gidduutti daandii Palooch-Matiyaang-Maayiwut-Pagak ijaaruuf Jubbaatti waliigalteen mallatteeffame.
Ijaarsi daandichaa Lixa…
Ambaasaaddar Dassee Daalkeen bulchaa Odola Jeejuu waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Kooriyaa Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dassee Daalkeen Bulchaa Odola Jeejuu Oo Yaang Huun waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Pireezidaanti Shimallis Jila Barreessaa Paartii Koministii Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Jila Barreessaa Paartii Koministii Chaayinaa Kutaa Biyya Niinzhiyaa, Liyaangi Yaanshuun duurfamu waliin mari’ataniiru.…