Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamaaggamni raawwiin karoora kurmaana 3ffaa Ministirootaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Gamaaggamni raawwii karoora kurmaana sadaffaa ministirootaa Bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamaniitti eegaleeera.
Muummeen Ministiraa Abiy…
Dhiyeessii deeggarsa namoomaa fi hojiilee misoomaa saffisiisuuf gaheen Waldaalee Siiviilii olaanadha…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Naannoo Tigraayitti dhiyeessiin deeggarsa namoomaa waliin gahuu fi hojiilee misoomaa saffisiisuuf gaheen Waldaalee Siiviilii olaanaa ta’uun ibsame.…
Sagantaan aartii hariiroo ummataa cimsuu Harariitti gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Hariiroo ummataa fi ummataa cimsuuf kan kaayyeffate sagantaan argisiisa aartii Naannoo Harariitti gaggeeffameera.
Sagantichi kan qophaa’e hundeeffama…
Waajjirri Muummee Dhaabbata Walta’iinsa Barnootaa Addunyaa Finfinneetti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Walta’iinsa Barnootaa Addunyaa waajjira isaa Muummee Finfinneetti ijaarsise eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti Ministir Deetaa Ministeeraa…
Obbo Dassitaan hoggantoota Bulchiinsa Daandii Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddamoon hoggantoota Bulchiinsa Daandii Ityoophiyaa waliin daandii naannicha keessatti hojjetamaa jiru…
Obbo Qajeelaan Ministiraa Aadaa Kolobiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan, Ministira Aadaa Kolombiyaa Joorji Zooroon waliin dhimmoota waloon hojjechuu…
Pireezidaanti Saahilawarq Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkeez waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota biyyoonni lamaan…
Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Argisiisa Qonnaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Argisiisa Qonnaa Mata Duree “Mana yaaliirraa gara facaasaa” jedhuun Gola Hambaa Saayinsiitti qophaa’e…
Yuunivarsiitiiwwan eebbifamtootaf qormaata ba’umsaa Adoolessa 3, 2015 eegalee ni laatu
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Yuunivarsiitiiwwan wiirtuwwan qormaataa Yuunivarsiitii mootummaatti kaadhimamtoota eebbifamtootaaf qormaata ba’umsaa Adoolessa 3 -…
Piroojektiin Hidha Haaromsaa ajandaa misoomaa malee qaama kamiyyuu miidhuuf miti – Ugaandaatti…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Piroojektiin Hidha Haaromsa Guddichaa ajandaa misooma lammiilee Ityoophiyaati malee qaama kamiyyuu miidhuuf kan kaayyeffate miti jedhan Ugaandaatti…