Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hundeeffamni Gamtaa Afrikaa waggaa 60ffaan Caamsaa 17 eegalee kabajama jedhame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Hundeeffamni waggaa 60ffaa Gamtaa Afrikaa Caamsaa 17, 2015 eegalee sagantaalee garaagaraan akka kabajamu Ministeerri Dhimma Alaa ibse.
Dubbii Himaan…
MM Abiy Ahimad Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiis Maarkeez Waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama…
Yeroon Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa itti laatamu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) –Ministeerri Barnootaa yeroo Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015 itti laatamu ifoomseera.
Qormaatichi Adoolessaa 19 -30, 2015tti…
Jilli Koomishinii Invastimantii Beejiingitti dhaabbilee garaagaraa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Gareen Jilaa Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Chaayinaa Beejiingitti dhaabbilee garaagaraa daawwateera.
Haaluma kanaan jilichi sochii hojii Zoonii…
Galmeen jechoota Seeraa Afaan Oromoo eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Instiitiyuutiin Leenjii fi Qo'annoo Seeraa Oromiyaa kitaaba galmee jechoota seeraa qopheessee ebbisise.
Galmechi jechoota Seeraa Afaan Ingilizii irraa…
Argisiisni Konistiraakshinii Galma miliniyamiitti eegale
Finfinnee, Caamsaa 10 ,2015 (FBC)- Ityoophiyaatti Argisiisnii Konistiraakshinii Caamsaa 10-12, 2015 turu Finfinnee Galma Miliniyamiitti gaggeeffamuu eeagale.
Argisiisaa Ministeerri…
Injiinar HabtaamuuTaganyi Ambaasaaddaroota Awuustraaliyaa fi Xaaliyanii waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 10 ,2015 (FBC)- Ministirri Minsteera Albuuda Injiinar HabtaamuuTaganyi Ambaasaaddara Awustiraaliyaa Juuliyaa Niibleetii fi Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agostiino Poolesii…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Saa’ud Arabiyaa Feeyisal Biin…
Ityoophiyaafi Kolombiyaan hariiroo dippiloomaasii isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Kolombiyaan hariiroo dippiloomaasii isaanii cimsuuf waliigaluun ibsame.
Biyyoonni lameen marii siyaasaafi dameewwan tumsaa garaagaraarratti…
Walga’iin Ministirootaa Piroojektii “Laapseet” 3ffaan Juubaatti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Walga’iin Ministirootaa Piroojektii “Laapseet” 3ffaan Sudaan Kibbaa magaalaa Juubaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Jilli anga’oota olaanoo mootummaa…