Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni murtichaa shakkamtoota yakka shororkeessummaa raawwachuuf boombii10 mana keessa dhoksuun…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Manni murtichaa shakkamtoota yakka shororkeessummaa raawwachuuf boombii10 mana keessa dhoksuun to’ataman irratti qorannoo dabalataaf guyyaa 14 eeyyameera.…
Ittaantuun Pireezidaantii Riippaabiliika Kolombiyaa daawwannaa hojiif Ityoophiyaa galan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Ittaantuun Pireezidaantii Riippaabiliika Kolombiyaa Firaansiyaa Iileenaa Maarkiiwuuz daawwannaa hojiif Ityoophiyaa galan.
Firaansiyaa Iileenaa Maarkiiwuuz…
Komishiniin Marii Biyyaalessaa koree Gorsituu hundeesse
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa koree Gorsituu miseensota 35 of keessaa qabu hundeessuu beeksise.
Komishinichi miseensota korichaa waliin sagantaa walbaruu…
Ambaasaaddar Roolaandi Koobiyyaan naannoo Tigraayitti daawwannaa hojii taasiisaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Gamtaa Awurooppaa Ambaasaaddar Roolaandi Koobiyyaan naannoo Tigraayitti daawwannaa hojii taasiisaa jiru.
Ambaasaaddarichi…
Jilli Obbo Aganyawu Tashaagariin durfamu dhaabbilee garaagaraa mootummaa Raashiyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Jilli Af-Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagariin durfamu dhaabbilee garaagaraa mootummaa Raashiyaa waliin mari’achuu ibsame.
Jilichi…
Komishinar Lalisee Nameen Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Paarkii Invastimantii Dubaay waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Komishinarri Komishinii Invastimantii Lalisee Nameen Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Paarkii Invastimantii Dubaay Oomaar Al Masmaar waliin mari’atan.…
Itti Aantuun Pireezidaantii Kolombiyaa Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Itti Aantuun Pireezidaantii Kolombiyaa Faraansiyaa Elenaa Markuweez Miina Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuuf ta’uu Ministeerri Dhimmaa Alaa…
Tokkummaan Oromoo kan ijaarramu sirnaani – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa waggoottaan darban keessa rakkoo hammaataa keessa dhaabbatee dhaloota ijaaruuf hojjechaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa…
Jaappaan Ityoophiyaaf deeggarsa ruuzii meetirik toonii kuma 5fi 700 taasiste
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Mootummaan Jaappaan Ityoophiyaaf deeggarsa ruuzii meetirik toonii kuma 5fi 700 taasise.
Deeggarsichi waliigaltee deeggarsaa kanaan dura mootummaa…
Masaraa qofa osoo hin taane seenaa Oromoo ijaarra – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa gaaffii Ummata Oromoo deebisuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa Obbo Awwaluu…