Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Masaraa qofa osoo hin taane seenaa Oromoo ijaarra – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa gaaffii Ummata Oromoo deebisuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa Obbo Awwaluu…
Jilli anga’oota olaanoo mootummaa Ityoophiyaa Walga’ii Piroojektii “Laapseet” irratti hirmaachuuf…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Jilli anga’oota olaanoo mootummaa Ityoophiyaa Walga’ii Piroojektii “Laapseet” irratti hirmaachuuf Sudaan Kibbaa magaalaa Juubaa galuu ibsame.
Jilichi…
Sirni eegalchiisa ijaarsa Masaraa mootummaa naannoo Oroomiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Sirni eegalchiinsa Ijaarsa Masaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa iddoo Hooggantoonni Naannoo Oromiyaafi Federaalaa Abbootiin Gadaa fi Amantaa akkasumas…
Fiilmiin “Nisiroochu” eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Fiilmiin mataduree “Nisiroochu” jedhuun hojjetamee fi gootummaa Tajaajilaa Odeeffannoo Fi Tika Biyyaalessaa argisiisu eebbifame.
Fiilmicha Afyaa’iin Mana…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara Atilaantaatti balalii eegale
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara Ameerikaa Atilaantaatti balalii eegale.
Sirni balalii eegalchiisuu gaggeeffamaa jira.
Sirna jalqabsiisa…
Koomishinar Laliseen Qondaala Mana Maree Idil Addunyaa Duubaayi waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Mana Maree Idil Addunyaa Duubaayitti Hogganaa Giddugala Bahaa fi Afrikaa Kaaliid Al Alii…
Tola ooltummaa Gannaa baranaan dargaggoonni miiliyoonni 20 akka hirmaatan ibsame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti dargaggoota miiliyoona 20 tola ooltummaa Gannaaf hirmaachisuuf qophiin xumuramuu Ministeerrii Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaa…
Ityoophiyaan dhimmoota yakkaarratti biyyoota garagaraa waliin hojjechuuf labsiin waliigaltee…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan dhimmoota yakkaarratti Emereetotaa Araba Gamtoomanii akkasumas mootummaa rippaabilikii Turki waliin hojjechuuf kan dandeessisu labsii…
Albuudota Oromiyaa keessa jiran adda baasanii beekuun danda’amuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015( FBC)- Akka Naannoo Oromiyaatti albuudota jiran adda baasanii beekuun danda'amuu Abbaa Taayitaa Misooma Albuuda Oromiyaa ibse.
Abbaan taayitichaa aangoo isaaf…
Ityoophiyaafi Ejensiin Tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 10…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015( FBC)- Ityoophiyaafi Ejensiin Tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa(KOICA) waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 10 waliif mallatteessuu ibsameera.
Deeggarsichi…