Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaafi Ejensiin Tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 10…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015( FBC)- Ityoophiyaafi Ejensiin Tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa(KOICA) waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 10 waliif mallatteessuu ibsameera.
Deeggarsichi…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Qonsilaa Kabajaa Beelaarus waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ityoophiyaatti Qonsilaa Kabajaa beelaarus Dimitirii Lukaashenkoon waliin…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuu Embaasii Ameerikaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015(FBC)-Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuu Embaasii Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii Jaakoobsan…
Dhaabbanni Neezerlaand Vii’oon Telekoom Ityoophiyaatti hojii akka eegalu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015(FBC)- Dhaabbanni Neezerlaand “Vii’oon Telekoom” Ityoophiyaatti hojii akka eegalu waamichi dhiyaachuu ibsame.
Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar…
Ogeeyyiin miidiyaalee argisiisa qonnaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Hoggantoota, gulaatota, qopheessitootaa fi ogeeyyiin miidiyaalee biroon argisiisa qonnaa daawwatan.
Daawwannicharatti Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar…
Heerri Mootummaa Ityoophiyaa “Haa fooyyeffamu; hinfooyyeffamiin” dhimmoota jedhanirratti mari’atame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Dhimmoota walfalmisiisoo “Heerri Mootummaa haa fooyyeffamu fi hinfooyyeffamiin” jedhurratti qopheessummaa Inistitiyuutii qorannoo Imaammataa Ityoophiyaan…
Magaalichatti agarsiisni Maaddii Guutuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti agarsiisni Maaddii Guutuu gaggeeffamuu eegale.
Agarsiisichi Komishinii Qotee Bulaafi Misooma Qonna Magaala bulchiinsa magaalichaan…
Agarsiisni Konistiraakshinii Ityoophiyaatti gaggeeffamu damicha guddisuuf ni gargaara- Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015(FBC)- Agarsiisni Konistiraakshinii “Za Biig Faayif Konistiraakshin “ Caamsaa 10-12, 2015’tti Ityoophiyaatti gaggeeffamu damicha guddisuuf kan gargaaru ta’uu…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa 52ffaan eegalame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa 52ffaan eegalameera.
Shaampiyoonnichi har’a ganama waldorgommii utaalchaa dheeraa dubartoota fi utaalchoo olii…
Rakkoo addaan ciccituu elektirikii hambisuuf baasii Birrii biiliyoona 26’n hojjetamaa jiraachuun…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)-Rakkoo addaan ciccitiinsaa ibsaa Ityoophiyatti mudachaa dhufe hambisuuf akka biyyaalessatti Birrii biiliyoona 26 ramadamuun hojiin fooyyessaa fi irraa…