Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Paarlaamaa Afrikaa Kibbaa muuxannoo waljijjiirraaf Ityoophiyaa gale
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015(FBC)- Jilli Paarlaamaa Afrikaa Kibbaa Paarlaamaa Ityoophiyaa waliin muuxannoo waljijjiiruuf Ityoophiyaa galuu ibsame.
Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti…
Jilli Kantibaa magaalaa Atlaantaan durfamu Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Jilli Kantibaa magaalaa Atlaantaan Andiree Diikanisiin durfamu Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa daawwateera.
Jilichi hoggantoota Daandii Qilleensaa…
Balaa Tiraafikaa qaqqabu % 70 hir’isuuf hojjetamaa jira – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Balaa Tiraafikaa qaqqabu % 70 hir’isuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Tajaajila Loojastiiksii Dooktar Alamuu Simeen ibsan.…
Obbo Dassitaa Leeddaamoon hoggantoota Magaalaa Hawaasaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon hoggantoota Magaalaa Hawaasaa waliin mari’ataniiru.
Hojiilee hojjetamaa jiranii fi yeroo itti…
Sidaamaatti namoonni Yakka Malaammaltummaan himataman 136 adabaman
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti Hoggantoonnii fi Ogeeyyiin Yakka Malaammaltummaan himataman 136 adabbiin hidhaa hanga waggaa11 itti murtaa’uu Abbaan Alangaa Waliigalaa…
Ameerikaan hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaaf tumsa taasisuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Ameerikaan hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaaf tumsa barbaachisu taasisuuf murannoo qabaachuu Ministeera Dhimma Alaa biyyattiitti…
Lolaa sababa Rooba waqtii gannaan uumamu hojii Misooma Qonnaa Boneef oolchuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Lolaa sababa Rooba waqtii gannaan uumamu hojii Misooma Qonnaa Boneef oolchuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii beeksiise.
Jilli…
Konkolaattota buna alergee fe’an ugguruun Buna fudhataaniiru kan jedhamanirratti himanni baname
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Konkolaattota omisha bunaa alergee Birrii miiliyoona 15 ol fe’an daandiirratti ugguruun, sodaachisuun Bunichaa fudhatanii kan jedhaman namoota 11 irratti…
Magaalaan Finfinnee fi Shaggar dhimmoota nageenyaa fi tasgabbiirratti waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi Magaalaan Shaggar dhimmoota nageenyaa fi tasgabbiirratti waloon hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Sirna…
Dooktar Fitsum Asaffaan miseensoota Mana Maree Daldalaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Ministirri Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan miseensoota Mana Maree Daldalaa Ameerikaa Ityoophiyaatti argaman waliin mari’achuun ibsame.
Dooktar…