Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalichaa qaamolee tola ooltotaaf beekamtii kenne
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee tola ooltota waqtii gannaa bara 2014fi 2015tti hojiilee tola ooltummaarratti hirmaataniif beekamtii kennuu ibsame.…
BBO’n Meeshaalee Barnootaa Birrii miiliyoona 5.8 Naannoo Tigraayiif deeggarsa taasise
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa meeshaalee barnootaa Birrii miiliyoona 5.8 ol ta'u Naannoo Tigraayiif deeggarsa taasise.
Meeshaaleen Biirichii deegarsaa…
Sirni awwaalcha artist Hiruut Baqqalaa raawwate
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Sirni awwaalcha artist Hiruut Baqqalaa bakka Awwaalchaa Pheexiroos Wa Phaawuloositti raawwateera.
Sirni awwaalcha ishee bakka maatiifi firoottan akkasumas…
Godina Arsii Lixaatti qonna gannaatiin lafa hektaara kuma 400 ol sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti qonna gannaatiin lafa hektaara kuma 400 ol sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.
Itti…
Bulchiinsi Yeroo naannoo Tigraay bakka buutoota Baankii Addunyaa fi Ministeera Maallaqaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Yeroo naannoo Tigraay bakka buutoota Baankii Addunyaa fi Ministeera Maallaqaa waliin mari’ataa jiraachuu ibsameera.
Pireezidaantiin…
Dandeettiin maddisiisa elektirikii Ityoophiyaa Meeggaa Waattii kuma 5 fi 200 qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Dandeettiin maddisiisa elektirikii Ityoophiyaa Meeggaa Waattii kuma 5 fi 200 qaqqabuu Koorporeeshiniin Humna Elektirikii Ityoophiyaa ibse.
Waggoottan…
Dorgommiin Kalaqa daldalaa dargaggootaa Abdii Ityoophiyaa magaalaa Finfinneetti eegalame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Biiroon Hojii, Misooma Interpiraayizii fi Indaastirii Magaalaa Finfinnee Dorgommii Kalaqa daldalaa dargaggootaa mata duree ‘Abdii Ityoophiyaa’ jedhuun…
Hojii misooma qonnaa keessatti gaheen ogeessota qonnaa olaanaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Hojii misooma qonnaa gaggeeffamaa jiru keessatti gaheen ogeessota qonnaa olaanaa ta'uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Biirichi hojjettoota misooma…
Koomishinichi hayyota dabalatee ummattoonni dhimmoota biyya isaaniirratti yaada akka kennaniif…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Koomishininiin Marii Biyyalessaa hayyootaa fi hayyoonni siyaasaatti dabalataan ummatoonni dhimmoota biyya isaaniirratti yaada akka kennaniif hojjechaa…
Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manaa waqtii gannaa eegalchiisan
Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manaa waqtii gannaa eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manaa…