Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Adam Faaraahi magaalaa Miizaan Amaanitti hojiilee maaddii guutuufi Ashaaraa magariisaa…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahi magaalaa Miizaan Amaanitti hojiilee Maaddii Guutuufi Ashaaraa Magariisaa…
Hokkoraa fi jeequmsaan fedhii siyaasaa galmaan ga’uuf dhama’uun yaalii milkaa’uu…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Hokkoraa fi jeequmsaan fedhii siyaasaa galmaan ga'uuf dhama'uun yaalii milkaa'uu hin dandeenye ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Dambalii Ogummaa Badhaadhina Oromiyaaf!
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa galmoota gurguddoo imala badhaadhinaa milkeessuu dandeessisan teeknooloojiin gabbisuun toorri qabatee jiru…
Sirni odeeffannoo guutuun qaawwa bobbii hojii biyyoota alaa maksuu keessatti gahee olaanaa qaba…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Sirni odeeffannoo gahaan qaawwa bobbii hojii biyyoota alaa guutuu keessatti gahee olaanaa qabaachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen…
Bara oomishaa kanaaf xaa’oo bitame keessaa kuntaalli miiliyoonni 5 gara biyyaa gale -Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo kuntaala miiliyoona 12 fi kuma 800 bitame keessaa xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 gara biyyaa galuu Ministeerri Qonnaa…
Hojjettoota Ittisa Balaa lubbuu nama biroo baraaruuf lubbuu isaanii wareeganiif kabajatu mala…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Hojjettoota Ittisa Balaa lubbuu nama biroo baraaruuf lubbuu isaanii wareeganiif kabajatu mala jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.…
Jarmaniin Yuukireeniif deeggarsaa meeshaa waranaa olaanaa ifoomite
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)- Jarmaniin, Yuukireeniif deeggarsa meeshalee waraanaa Yuuroo biiliyoona 2.7 baasaan ifoomsite.
Deeggarsichi, kan ifoome Pireezidaantiin Yuukireen…
Sirni awwaalchaa Artisti Hiruut Baqqalaa Wiixata raawwatama
Finfinnee, Camsaa 4, 2015 (FBC)-Sirni awwaalchaa Artiisti Hiruut Baqqalaa Wiixata dhufu akka raawwatamu Koreen sirna awwalchaa beeksise.
Korechi akka beeksisetti, sirni gaggeessaa reeffaa…
Labsii abbomummaa kaffaltii gibiraa waggaa tokkoof turu ifoomsineerra-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hojiin galii beeksisuu fi kaffaluu harcaatii malee akka raawwatamuuf labsii abbomummaa kaffaltii gibiraa waggaa tokkoof turu ifoomsuu…
Waggoottan shanan dhufani fedhii oomisha sukkaaraa oomisha biyya keessaan bakka buusuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)- Waggoottan shanan dhufanitti fedhii oomisha sukkaara guutummaatti oomisha biyya keessaatiin bakka buusuuf hojjechaa jiraachuu Gareen Industirii Sukkaaraa…