Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbilee Qorannoo Indaastiriiwwan waliin walitti hidhuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)- Dhaabbilee barnootaa fi qo’annoo indaastiriiwwan waliin walitti hidhuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
“Walitti hidhamiinsaa…
Abbootiin qabeenyaa Paakistaan Ityoophiyaatti dameewwan bu’aa qabeessa ta’anirratti akka hirmaatan…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Paakistaan Ityoophiyaatti dameewwan bu’aa qabeessa ta’anirratti bobba’anii akka hojjetaniif waamichi dhiyaate.
Yaa’iin bizinasii…
Bori Addabaabaayiin Masqalaa sa’a muraasaaf cufaadha-Poolisii
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)- Guyyaa hojjettoota balaa Ibidda kabajuu sababeeffachuun guyyaa borii Caamsaa 6, 2015 daandileen gara Addabaabayyi Masqalaa geessan sa’aatii muraasaaf cufaa…
Roobni cimaan tibbana roobe kutaalee hawaasaa rakkataniif harka keenyaa akka diriirsinuu nu…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)-Roobni cimaan tibbana roobe kutaalee hawaasaa rakkataniif harka keenyaa akka diriirsinu nu barsiisuu qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…
Aadde Adaanech dubartoota magaalittii waliin mari’achaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC) Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dubartoota magaalittii waliin mari’achaa jiru.
Marichis mata duree "Badhaadhina…
Ameerikaatti Kantiibaan magaalaa Atlaantaa Andiree Diikansiin wiirtuu misooma Intarpiraayizii…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Ameerikaatti Kantiibaan magaalaa Atlaantaa Andiree Diikansiin wiirtuu misooma Intarpiraayizii Ityoophiyaa "Creative Hub Ethiopia" jedhamu daawwataniiru.…
Qabeenya Afrikaa gara Badhaadhina dhugaatti geeddaruuf nageenya mirkaneessuun dhimma murteessadha…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Qabeenyaa fi kennaa Afrikaa gara Badhaadhina dhugaatti geeddaruuf nageenya mirkaneessuun dhimma murteessaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Oomishtootaa fi fichisiitota waliin dhimmoota gibiraarratti mari’atame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen oomishtootaa fi fichisiistotaa waliin dhimmoota gibiraarratti mari’ataniiru.
Aadde…
Akka biyyatti nageenyaa fi badhaadhina milkeessuu kan dandeessisan dhaabbileen nageenyaa…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC)- Akka biyyatti nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuun badhaadhina yaadamee milkeessuuf kan dandeessisan dhaabbileen nageenyaa fi tasgabbii ijaaramuu Komishinar…
Teediroos Asfaawu fi Daawit Bagaashaw qorannoon yakka shororkeessummaa ittiin shakkaman akka…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Manni Murtii Federaalaa Teediroos Asfaawu fi Daawit Bagaashaw qorannoon yakka shororkeessummaa ittiin shakkaman akka xumuramn guyyoota dabalataa 14…