Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afrikaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf hojiimaata hammataafi qindaa’aa ta’e cimsuun barbaachisaa…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015(FBC)- Afrikaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf biyyoonni ardichaa hojiimaata hammataafi qindaa’aa ta’e cimsuu akka qaban Komishinarri Dhimmoota Siyaasaa,…
Finfinneetti miseensi Poolisii Hojii Raawwachiisaa Olaanaa aanaa ajjeese to’atame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) –Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qiirqoositti Miseensi Poolisii Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Aanaa 8 ajjeese to’atameera.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Manni Maree Daldalaa Ityoophiyaafi Biiroon Eksipoo Daldalaa Idil Addunyaa Chaayinaa waliigaltee…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015(FBC)- Manni Maree Daldalaa Ityoophiyaafi Biiroon Eksipoo Daldalaa Idil Addunyaa Chaayinaa haala waliin hojjechuu danda’anirratti waliigaltee waliif mallatteessan.…
Ityoophiyaa fi Paakistaan damee saayinsii fi teeknooloojiin waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 4 ,2015, (FBC)- Ityoophiyaa fi Paakistaan damee saayinsii fi teeknoloojjiin waloon hojjechuuf waligaltee mallatteessaniiru.
Waliigaltechi Ministeera Saayinsii fi…
Magaalaan Finfinneefi magaalaan Atilaantaa waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 4 ,2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jila Kantiibaa magaalaa Atilaantaa Andiree Diikansiin durfamuu waliin mari’ataniiru.
Kantoobonni…
Dorgommiin teeknooliiwwan qonna ammayyeessanii ifoome
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC)- Qonnaa ammayyeessuu fi teeknooloojiin kan deeggarame taasisuuf yaada dargaggootaa waldorgomsiisuu fi gara hojiitti jijjiiruuf kan dandeessisu dorgommiin…
Yaa’iin federeshinii dubartootaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC)- Yaa’iin idilee 3ffaan Federeshinii Dubartootaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galmaa Abbaa Gadaatti gaggeeffama jira.
Yaa’iichi mata duree…
Naannoo Somaaleetti mariin ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC)- Qopheessummaa Paartii Badhaadhinaa damee Naannoo Somaaleetiin aanaalee, godinaalee fi magalotaa naanichaa hundatti dhimmoota garaagaraarratti mariin ummataa…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Agarsiisaa Qonnaa Godambaa Saayinsii daawwate
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu agarsiisa Qonnaa Godambaa Saayinsiitti qophaa’e daawwateera.
Ministirri…
Artiist Hiruut Baqqalaan boqotte
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Artiist Hiruut Baqqalaan addunyaa kanarraa du’aan boqotte.
Weelliftuun duraanii faarfattuun yeroo ammaa Artiist Hiruut Baqqalaan umrii waggaa 80ffaa…