Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Agarsiisaa Qonnaa Godambaa Saayinsii daawwate
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu agarsiisa Qonnaa Godambaa Saayinsiitti qophaa’e daawwateera.
Ministirri…
Artiist Hiruut Baqqalaan boqotte
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Artiist Hiruut Baqqalaan addunyaa kanarraa du’aan boqotte.
Weelliftuun duraanii faarfattuun yeroo ammaa Artiist Hiruut Baqqalaan umrii waggaa 80ffaa…
Ambaasaaddar Misgaanuun hoggantoota olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Paakistaan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan hoggantoota olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Paakistaaniif dhimmoota haala…
Qajeelfamni misoomaa fi galii oomisha bunaa fooyyessu qophaa’e
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)-Qajeelfamni misoomaa fi galii oomisha bunaa Ityoophiyaa fooyyessuu danda’u qophaa’uu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa beeksise.
Daayreektarri…
“Oorenji” Ityoophiyaatti damee teelekoomirratti bobba’uuf fedhii argisiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Dhiyeessa tajaajila Teelekoominikeeshinii “Oorenji” damechaan Ityoophiyatti hojjechuuf fedhii qabaachuu beeksise.
Ministir Deetaan Ministeeraa Maallaqaa…
Kirooshiyaan Ityoophiyaatti Embaasii banuufi
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Kirooshiyaan Ityoophiyaatti Embaasii banuuf ta’uun ibsame.
Ambaasaaddar Zannabaa Kabbadaan Daayrektara Olaanaa Ministira Dhimma Alaa Kirooshiyaa Piitar…
Obbo Shimallis Abdiisaan Ittaantuu Pireezidaantii Faawundeeshinii Suzaan Tomsan Buufet waliin…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ittaantuu Pireezidaantii Faawundeeshinii Suzaan Tomsan Buufet Piroofeesar waliin…
Daakuu Xaafii muka soofamaan makuun raabsuuf kan turan to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Namoonnni daakuu Xaafii wantoota fayyaa namaarraan miidhaa geessisanii fi muka soofamaa (‘Sagaatura’) waliin makuun hawaasaaf raabsuuf kan turan to’annoo…
Fedeershinichi Magaalaa Finfinneetti Birrii miiliyoona 160’n gamoo Abbaa darbii Sagalii ijaarsisuufi
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)-Fedeershiniin Dubartoota Oromiyaa magaalaa Finfinneetti Birrii miiliyoona 160’n gamoo Abbaa Darbii Sagali ijaarsisuuf guyyaa har’a hojii egalchiisuu ibsame.…
Ajjeechaa lammiilee nagaan walqabatee shakkamtoota 15 irratti himanni baname
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Naannoo Gaambeellaatti ajjeechaa lammiilee nagaa rawwatameera jedhameen walqabatee komishinaroota duraanii poolisii Gaambeellaa fi ajajoota humna addaa…