Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Kantiibaa magaalaa Atilaantaan durfamu Finfinnee gale
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Jilli Kantiibaa magaalaa Atilaantaa Andiree Diikansiin durfamu daawwannaa hojiif magaalaa Finfinnee galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa idil…
MM Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad guyyaa har’aa Ergamaa…
Embaasiin Ityoophiyaa Izlaamaabaad eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Embaasiin Ityoophiyaa Paakistaan magaalaa Izlaamaabaad eebbifame.
Biyyoonni lameen yeroo dhihoon asitti dameewwan garaagaraan hariiroo isaanii cimsaa…
Ityoophiyaan yaa’ii Mana Maree Afrikaa fi Biyyoota Arabaarratti hirmachaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Yaa’ii Mana Maree Afrikaa fi Biyyoota Arabaa Siwiizarlaanditti gaggeeffamaa jiruurratti hirmachaa jirti.
Jilli Ittaantuu Afyaa’ii Mana Maree…
Ityoophiyaan damee maraan ce’umsa teekinooloojii fiduuf hojjechaa jirti- Dooktar Ballaxaa Mollaa
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Ityoophiyaan damee maraan ce’umsa teekinooloojii fiduuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Innooveeshiniifi Teekinooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan…
Dhaabbilee federaalaa shanitti Kutaaleen Komunikeeshinii Ismaartii eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Kutaalee fi sirnoota komunikeeshinii ismaartii dhaabbilee federaalaa shaniitti ijaaraman eebbifamuun hojii eegalaniiru.
Deeggarsa maallaqaa Baankii…
Konfirensiin Waloo Nageenyaafi Misoomaa Oromiyaafi Gaambeellaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Konfirensiin Waloo Nageenyaafi Misoomaa naannolee Oromiyaafi Gaambeellaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Konfiransichi hariiroo uummataa naannolee lameenii…
Waajjirichi dhaabbilee marsaa 14ffaan piroojektii Maaddii Dhalootaaf deeggarsa taasisan ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbilee marsaa 14ffaan Maaddii Dhalootaaf deeggarsa taasisan ifoomseera.
Dhaabbileen kunneen deeggarsa Birrii miiliyoona…
Karoorri yeroo dheeraa gadi lakkifama kaarboonii xiqqaa fi tarsiimoon misooma jijjiirama qilleensaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)-Karoorri yeroo dheeraa gadi lakkifama kaarboonii xiqqaa fi tarsiimoon misoomaa jijjiirama qilleensaa dandamatu Ityoophiyaa ifoome.
Sagantaa ifoomsa…
Waltajjiin marii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay xumurame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigraay karooraa fi kallattii naannicha deebisanii ijaaruu raggaasise bu’uureffachuun waltajjiin marii gaggeessaa ture xumureera.…