Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ittisaa balaa lolaa yaa’a gadii Awaash hir’isuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Balaa lolaa yaa’a gadii Awaash hir’isuuf waliigalteen Birrii miiliyoona 43 mallatteeffamuu ibsame.
Waligalteecha Ministir Deetaan Ministeera Biishaanii fi…
Waltajjiin waggaa Hariiroo Invastimantii 12ffaan Abuudaabiitti gaggeeffamaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Waltajjiin waggaa Hariiroo Invastimantii 12ffaan Eemireetota Araba Gamtoomanii magaalaa Abuudaabiitti gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjii kanarratti…
Daballiin kaffaltii manneen barnootaa dhuunfaa maatiin utuu walii hingaliin hojiirra oolchuun…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)- Daballiin kaffaltii manneen barnootaa dhuunfaa taasisan, maatii waliin waliigalteerra utuu hinga’iin hojiirra oolchuun akka hindanda’amne Abbaa Taayitaa…
Daballiin gatii manneen barnootaa dhuunfaan taasisan garmalee ta’uu maatiin komatan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Daballiin gatii manneen barnootaa dhuunfaan taasisan garmalee humnaa ol kan ta'eedha jechuun maatiin komataniiru.
Manneen barnootaa dhuunfaan dhaloota…
Mootummaan dandamannaa diinagdee Uummata gammoojjii guddisuuf xiyyeffannoo olaanaan hojjechaa jira…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Mootummaan dandamannaa diinagdee Uummata gammoojjii guddisuuf xiyyeffannoo olaanaan humna, beekumsaa fi qabeenya qabu qindeessuun hojjechaa jiraachuu…
Haala godaantota Ityoophiyaa Taanzaaniyaarraa gara biyyaa deebisuun danda’amurratti mari’atame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Taanzaaniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Shibbiruu Maammoon haala godaantota Ityoophiyaa Taanzaaniyaarraa gara biyyaa deebisuun…
Wiirtuun Daataa Poolisii Federaalaa Birrii miiliyoona 10 oliin ijaarame eebbisiifame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Wiirtuun Daataa Poolisii Federaalaa Birrii miiliyoona 10 oliin ijaarame eebbisiifamuu ibsame.
Dhaabbatichi dandeettii teekinooloojii isaa sadakaa olaanaan…
Yakka Shororkeessummaa gargaaraa Piroofeesaraa Siisaay Awugichawufi namoonni 6 itti himatamanirratti…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Manni Murtichaa Yakka Shororkeessummaa gargaaraa Piroofeesaraa Siisaay Awugichawufi Goobazee Siisaay dabalatee namoonni 6 itti himatamanirratti qorannoon…
Agarsiisni Ityoophiyaan Haa Oomishtuu xumurame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Agarsiisni Ityoophiyaan Haa Oomishtuu guyyaa har’aa xumurameera.
Sagantaa cuufiinsaa agarsiisichaarratti Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri…
Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Walga’ii Waggaa Federeeshinoota Idil Addunyaarratti hirmaatan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Ityoophiyaa bakka bu’uun Walga’ii Waggaa Federeeshinoota Idil Addunyaa Siwiizarlaand…