Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Walga’ii Waggaa Federeeshinoota Idil Addunyaarratti hirmaatan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Ityoophiyaa bakka bu’uun Walga’ii Waggaa Federeeshinoota Idil Addunyaa Siwiizarlaand…
Piroofeesar Birihaanuu Naggaan Ministiroota Barnootaa biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaan Yaa’ii Barnootaa Idil Addunyaa cinaatti Ministiroota Barnootaa biyyoota garaagaraa waliin…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Agarsiisa Ityoophiyaan Haa Oomishtuu daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Agarsiisa Ityoophiyaan Haa Oomishtuu daawwatan.
Daawwannicharratti…
Manni marichaa milkaa’ina marii biyyaalessaaf gumaacha gochuuf qophii ta’uu ibse
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa milkaa'ina marii biyyaalessaaf qooda isaa gumaachuuf qophii ta'uu ibseera.
Komishiniin Maree…
Damee qonnaa faayinaansiin deeggaruun bu’aalee galmaa’aa jiran itti fufsiisuuf hojjetamaa jira- Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Damee qonnaa faayinaansiin deeggaruun bu’aalee jajjabeessaa galmaa’aa jiran itti fufsiisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Dhaabbilee Barnoota dhuunfaa qulqullina barnootaa irratti hojjetan ni tumsina- Dooktar Tolaa…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Dhaabbilee Barnoota dhuunfaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjetan ni tumsina jedhan Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon.…
Pireezidaanti Saahilawarq agarsiisa Ityoophiyaan haa oomishtuu daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Agarsiisa Ityoophiyaan haa oomishtuu daawwataniiru.
Pireezidaanti Saahilawarq oolmaa guyyaa 5ffaa agarsiisichaa…
Dooktar Caalaa Waataa dabalatee namoonni 15 yakka malaammaltummaa cimaan himataman
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantii Yuunivarsiitii Bulee Horaa duraanii Dooktar Caalaa Waataa dabalatee namoonni 15 yakka malaammaltummaa cimaan himatamaniiru.
Namoonni…
Obbo Ordiin Badiriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kaanaadaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kaanaadaa Isteefan Joobiin waliin mari’ataniiru.
Jilli Ambaasaaddar…
Poolisiin Federaalaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 8 taasise
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa lammiilee iddoowwan garaagaraatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 8’tti shallagamu taasisuu ibsame.…